Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dooktar Abiy lammiilee Tigraayiif birrii kuma dhibba 2 fi kuma 16 deeggarsa taasiisan
Finfinnee, Gurraandhala 23, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad naannoo Tigraayitti lammiilee deeggarsa barbaadaniif Birrii kuma dhibba 2 fi kuma 16 deeggarsa…
Guyyaan Injifannoo Adwaa waggaa 125ffaan karaa nagaan xummurame – Komishinii Poolisii Finfinnee
Finfinnee, Gurraadhala 23, 2013 (FBC) - Guyyaan Injifannoo Adwaa waggaa 125ffaan karaa nagaan xummuramuu Komishinii Poolisii magaalaa Finfinnee beeksiise.
Ayyaanni injifannoo Adwaa…
Yuunvarsiitiin Jigjigaa barattoota ogummaa Saayinsii Fayyaan barsiisaa ture eebbisiise
Finfinnee, Gurraandhala 23, 2013 (FBC) – Yuunvarsiitiin Jigjigaa barattoota ogummaa Fayyaan barsiisaa ture Dooktareeta 32 fi Saayinsii Fayyaa 200 eebbiseera.
Barattootaa…
Injifannoon Adwaa bilisummaa kan itti labsinee fi taatee seenaa guddaadha – Obbo Iristuu Yirdaaw
Finfinnee, Gurraadhala 23, 2013 (FBC) - Injifannoon Adwaa bilisummaa kan itti labsinee fi taatee seenaa guddaa ta’uu itti aanaan Preezdaantii naannoo Kibbaa obbo Iristuu Yirdaaw…
Oromoon Ityoophiyaa diinagdeenis ta’ee birmadummaa ishee eegsisuu keessatti abbaadha –…
Finfinnee, Gurraadhala 23, 2013 (FBC) - Ityoophiyaan aarsaa Akaakilee fi Abaabilee keenyaan ijaaramte jedhan, Preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan.…
Injifannoon Adwaa injifannoo Ityoophiyaanoonni tokkummaan Ityoophiyaa itti kabachiisaniidha –…
Finfinnee, Gurraandhala 23, 2013 (FBC) - Injifannoon Adwaa injifannoo Ityoophiyaanoonni tokkummaan Ityoophiyaa itti kabachiisan ta'uu Preezdaantiin FDRI Saahilawarqi Zawdeen ibsan.…
Seenaan dhugaa injifannoo Adwaa dhalootaatti akka darbu hayyootarraa hojii baay’eetu eeggama…
Finfinnee, Gurraandhala 22, 2013 (FBC) - Seenaa dhugaa injifannoo Adwaa dhalootaatti dabarsuuf hayyootaraa hojii baay'een kan eeggamu ta'uu Ministirri Ministeera Aadaa fi Tuuriizimii Dooktar…
Preezdaant Saahilawarqi dubartoota dameewwan garaagaraan bu’uu qabeessa ta’an waliin…
Finfinnee, Gurraandhala 22, 2013 (FBC) - Preezdaantiin FDRI Saahilawarqi Zawdeen dubartoota Ityoophiyaa fi dhalootaan Ityoophiyaa dameewwan garaagaraan bu'aa qabeessa ta'an waliin…
Ministirri Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokonnin ergaa baga guyyaa yaadannoo injifannoo Adawaa 125ffaa…
Finfinnee, Gurraandhala 22, 2013 (FBC) – Itti Aanaa Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokonnin ergaa baga guyyaa yaadannoo injifannoo Adawaa 125ffaa geessanii…
Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Muummee Ministiraa Sweediin waliin mari’atan
Finfinnee, Gurraandhala 22, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Muummee Ministiraa Sweediin Steefaan Loovaan waliin mari’ataniiru.
Wayita marichaa hariiroo biyyoota…