Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannoo Tigiraay deebisanii dhaabuuf deeggarsi Birrii miiliyoona 100 fi miiliyoona 50 taasifame
Finfinnee, Gurraandhala 22, 2013 (FBC) –Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee, Naannoo Hararii fi Bulchiinsi Magaalaa Dirree Dawaa Naannoo Tigiraay deebisanii dhaabuuf deeggarsi Birrii miiliyoona…
Lammiileen Ityoophiyaa 300 ol Sawuud Arabiyaa irraa gara biyyasaanitti deebi’an
Finfinnee, Gurraandhala 22, 2013 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa 300 ol Sawuud Arabiyaa irraa gara biyyasaanitti deebi’aniiru.
Lammiilee Ityoophiyaa 345 ta’an guyyaa har’a Jiddaa irraa…
Preezdaanti Saahlawarqi Zawdee naannoo Tigiraayii fi Godina Matakkalitti lammiilee miidhamaniif…
Finfinnee, Gurraandhala 22, 2013 (FBC) – Preezdaanti Saahlawarqi Zawdee naannoo Tigiraayii fi Godina Matakkalitti lammiilee miidhamaniif Birrii kuma 50 deeggarsa taasisaniiru.…
Worlid Viizyiin Ityoophiyaa proojaktoota adda addaa eebbisiise
Finfinnee, Gurraandhala 22, 2013 (FBC)- Worlid Viizyiin Ityoophiyaa naannoo Amaaraa godina Walloo kaabaa aanaa Harbuutti proojaktoota bishaan dhugaatin adda addaa Birrii miiliyoona 35.5…
Oomishtoota biyya keessaan kan oomishame zayiitni leetirri miiliyoonni 17 gabaaf dhiyaate
Finfinnee, Gurraandhala 22, 2013 (FBC)- Oomishtoota biyya keessaan kan oomishamee zayiitni leetirri miiliyoonni 17 gabaaf dhiyaachuu Ministeerri Daldalaa fi Indaastirii beeksisee.…
Aadde Adaanach Abeebee ergaa baga ayyaana injifannoo Adwaa 125ffaan geessanii dabarsan
Finfinnee, Gurraandhala 22, 2013 (FBC)-Itti aantuun Kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee ergaa baga ayyaana injifannoo Adwaa 125ffaa geessanii dabarsaniiru.
Aadde Adaanach…
Ityoophiyaanonni 300 Sawuud Arabiyaa irraa gara biyya isaanitti deebi’an
Finfinnee, Gurraandhala 22, 2013 (FBC) – Ityoophiyaanonni 300 Sawuud Arabiyaa irraa gara biyya isaanitti deebi’uu Ministeerri dhimma Alaa beeksise.
Hooggantoonni Ministeerichaa…
“Mootummaa Naannoo Oromiyaa Seenaa dhugaa iddotti deebisuuf hojjechaa jira” – obbo Shimallis…
Finfinnee, Gurraandhala 22, 2013 (FBC) – Fooramiin Injifannoo Adwaa Waggaa 125ffaan Sadarkaa Naannoo Oromiyaatti dhadannoo ‘’Injifannoo Adwaa Faajji tokkommaa sabdaneessummaa’’ jedhuun…
Guyyaan Yaaddannoo injifannoo Adwaa Waggaa 125ffaa Naannoo Kibbaa Magaalaa Walaayitaa Soddootti…
Finfinnee, Gurraandhala 22, 2013 (FBC) – Guyyaan Yaaddannoo injifannoo Adwaa Waggaa 125ffaa Naannoo Kibbaa Magaalaa Walaayitaa Soddootti qophii garagaraan kabajama jira.
Sagantaa…
Galmeen filaattoota gara Bitooteessa 16tti jijiirrame
Finfinnee, Gurraandhala 22, 2013 (FBC)- Guyyaan galmee filattootaa kana dura guyyaa qabameef Gurraandhala 22, 2013 gara Bitooteessa 16, 2013tti jijjiirramuu Boordiin Filannoo Biyyoolessaa…