Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ayyaana injifannoo Adwaa 125ffaa sababbeeffachuun mariin paanaalii gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Gurraandhala 22, 2013 (FBC)- Ayyaana injifannoo Adwaa 125ffaa sababbeeffachuun mariin Paanaalii mata duree ‘Awaa ilaalcha hayyoota seenaan” jedhu Magaalaa Finfinneetti…
Dooktar Abiy Ahimad ergaa baga ayyaana injifannoo Adwaa 125ffaa geessanii dabarsan
Finfinnee, Gurraandhala 22, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ayyaana injifannoo Adwaa 125ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Dooktar Abiy…
Fooramiin Injifannoo Adwaa Waggaa 125ffaan sadarkaa Naannoo Oromiyaatti ‘’Injifannoo Adwaa Faajji…
Finfinnee, Gurraandhala 22, 2013 (FBC) – Fooramiin Injifannoo Adwaa Waggaa 125ffaan sadarkaa Naannoo Oromiyaatti ‘’Injifannoo Adwaa Faajji Tokkummaa Sabdaneessummaa’’ dhaadannoo jedhuun…
Shaampiyoonaan ispoortii aadaa marsaa 18ffaa fi feestivaalli ispoortii aadaa 14ffaan kaleessa…
Finfinnee, Gurraandhala 22, 2013 (FBC) – Shaampiyoonaan ispoortii aadaa marsaa 18ffaa fi feestivaalli ispoortii aadaa 14ffaan kaleessa magaalaa Dirre Dawaatti eegaleera.…
Naannoo Amaaraatti sirni proojaktii ijaarsa daandii baasii Birrii biiliyoona 3.4 eeggalchisuu…
Finfinnee, Gurraandhala 22, 2013 (FBC) – Naannoo Amaaraatti sirni proojaktii ijaarsa daandii baasii Birrii biiliyoona 3.4 eeggalchisuu raawwatameera.
Proojaktii ijaarsa daandii…
Mootummaan naannoo Tigraayitti deeggarsa namoomaa dhiyeessuuf xiyyeeffannoon hojjechaa jiraachuu…
Finfinnee, Gurraandhala 21, 2013 (FBC) - Mootummaan Federaalaa deeggarsa namoomaa naannoo Tigraayiif xiyyeeffannoo laatee hojjechaa jiraachuu ibseera.
Hojiin hojjetamaa jirus dhaabbilee…
Yadannoo injifannoo Adwaa waggaa 125ffaa sababeeffachuun Addabaabayii michummaatti Konsartiin…
Finfinnee, Gurraandhala 21, 2013 (FBC) - Yadannoo injifannoo Adwaa waggaa 125ffaa sababeeffachuun Addabaabayii Michummaatti Konsartiin gaggeeffameera.
Ayyaanni injifannoo Adwaa waggaa…
Bulchiinsi magaalichaa naannoo Tigraayiif birrii miiliyoona 100 fi meeshaalee birrii miiliyoona…
Finfinnee, Gurraandhala 21, 2013 (FBC) - Bulchiinsi magaalaa Finfinnee naannoo Tigraayiif Birrii miiliyoona dhibba 1 fi meeshaalee Birrii miiliyoona 35tti tilmaamamu deeggarsa taasiiseera.…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 1,019 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 21, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 1,019 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 11 darbeera.
Sa’aatii 24…
Paartiin Badhaadhinaa naannoo Oromiyaa mallattoo dorgommii filannoo fi Maanifeestoo ifoomse
Finfinnee, Gurraandhala 21, 2013 (FBC)-Paartiin Badhaadhinaa naannoo Oromiyaa mallattoo dorgommii filannoo fi Maanifeestoo ifoomseera.
Sirnichi mata duree ‘obbolummaan…