Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Caffeen Oromiyaa muudama adda addaa laate
Finfinnee, Gurraandhala 21, 2013 (FBC)- Caffeen Oromiyaa yaa’ii idilee 13ffaa waggaa 6ffaa bara hojii Caffee 5ffaa gaggeesseen muudama adda addaa laateera.
Haaluma kanaan:-…
Ayyaanni injifannoo Adwaa 125ffaa marii viidiyoo konfiraansiitin Awustaraaliyaatti kabajame
Finfinnee, Gurraandhala 21, 2013 (FBC)-Ayyaanni injifannoo Adwaa 125ffaan qopheessummaa Embaasii FDRI tiin Awustaraliyaatti marii viidiyoo konfiraansiitin kabajameera.
Maricharratti…
Jilli Aadde Adaanach Abeebee fi itti aanaa preezdaantiin naannoo Harariin durfamu Maqalee gale
Finfinnee, Gurraandhala 21, 2013 (FBC)-Jilli Itti aantuun Kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee fi itti aanaa preezdaantii obbo Ordiin Baadriin durfamu magaalaa Maqalee…
Ayyaanni injifannoo Adwaa 125ffaan magaalaa Finfinneetti sosochiin ispoortiin kabajame
Finfinnee, Gurraandhala 21, 2013 (FBC)- Ayyaanni injifannoo Adwaa 125ffaan magaalaa Finfinneetti sosochiin ispoortiin kabajameera.
Kabaja ayyaanichaarratti itti aantuun kantiibaa…
Injifannoo bara ce’aa Ityoophiyaanoonni Adwaarratti agarsiisan dhaloonni ammaa hidha haaromsaa…
Finfinnee, Gurraandhala 21, 2013 (FBC) - Injifannoo bara ce'aa Ityoophiyaanoonni durii Adwaarratti agarsiisan dhaloonni ammaa hidha haaromsaa xummursiisuurratti akka agarsiisan waamichi…
Wixinee Labsii Misooma, Bulchiinsaa fi Dabarsa Manneenii Naannoo Oromiyaa ragga’e
Finfinnee, Gurraandhala 21, 2013 (FBC) - Caffeen Oromiyaa Wixinee Labsii Misooma, Bulchiinsaafi Dabarsa Manneenii Naannoo Oromiyaa Murteessuuf Dhiyaate raggaase.
Wixinichi sadarkaa garaa…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 1,006 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 20, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 1,006 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 14 darbeera.
Sa’aatii 24…
Tajaajilli Tika Nageenyaa fi Odeeffannoo Biyyaalessaa naannoo Tigraayiif Birrii miiliyoona 10…
Finfinnee, Gurraandhala 20, 2013 (FBC) - Tajaajilli Tika Nageenyaa fi Odeeffannoo Biyyaalessaa naannoo Tigraayiif Birrii miiliyoona 10 deeggarsa taasiiseera.
Naannicha deebisanii ijaaruuf…
Naannoon Hararii Og barruu fi aartii Oromoo guddissuuf hojjechuu qaba jedhame
Finfinnee, Gurraandhala 20, 2013 (FBC) - Biiroon Aadaa fi Tuuriizimii naannoo Hararii haala Og barruu fi aartii Oromoo guddissuun danda'amurratti qooda fudhattoota waliin marii paanaalii…
Agarsiifni kitaabaa ‘Adwaa yaa dubbifnu’ jedhu Addabaabayii muchummaa Ityoo –…
Finfinnee, Gurraandhala 20, 2013 (FBC) - Yaadannoo injifannoo Adwaa waggaa 125ffaa sababeeffachuun agarsiifni kitaabaa 'Adwaa yaa dubbifnu' jedhu Addabaabayii muchummaa Ityoo - Kuubaatti…