Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dhoksaan gara Finfinnee kan gale Isnaayparii, Bireen, Shugguxii fi rasaasni garagaraa kuma 5 ol…
Finfinnee, Gurraandhala 20, 2013 (FBC) – Dhoksaan gara Finfinnee kan gale Isnaayparii, Bireen, Shugguxii fi rasaasni garagaraa kuma 5 ol too’atamuu poolisiin beeksise.
Meeshaaleen…
Galmeen kaadhimamtootaa guyyaa 4f dheerate
Finfinnee, Gurraandhala 20, 2013 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessaa galmeen kaadhimamtootaa guyyaa 4f dheeressuu beeksise.
Boordichi marsaa jalqabaaf naannoolee fi…
Ministirri Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaa Ityoophiyaatti bakka buutuu Fandii Poopulaashinii…
Finfinnee, Gurraandhala 20, 2013 (FBC) – Ministirri Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaa Ityoophiyaatti bakka buutuu Fandii Poopulaashinii Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Deeniiyaa Gaayli…
Komishiniin poolisii Finfinnee miseensoota poolisii kuma 1 fi 516 eebbise
Finfinnee, Gurraandhala 20, 2013 (FBC) –Komishiniin poolisii Finfinnee miseensoota poolisii marsaa 22ffaa fi 23ffaan leenjise kuma 1 fi 516 eebbiseera.
Itti Antuu Kantiibaa…
Paarkiin Ambaasaaddara Birrii miiliyona 49n haaromfame eebbifame
Finfinnee, Gurraandhala 20, 2013 (FBC) – Paarkiin Ambaasaaddara Birrii miiliyona 49n haaromfame eebbifameera.
Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee Mana Jireenyaa Kantiibaa Magaalaa…
Waltajjiin marii “marii hammayyoomeen Boqonnaa abdii Haaraa’ jedhuun paarkii michoomaatti…
Finfinnee, Gurraandhala 20, 2013 (FBC) – Ministeerri Nageenyaa ayyaana injifannoo Adwaa waggaa 125ffaa sababeeffachuun waltajjii marii qopheesseera.
Waltajjiin marii kunis mata…
Biiroon Barnootaa Oromiyaa Qormaata Kutaa 12ffaa irratti Hubannoo Kenne
Finfinnee, Gurraandhala 20, 2013 (FBC) – Biiroon Barnootaa Oromiyaa har'a qoda fudhattoota kenniinsa qormaataa fi nageenyaaf leenjii hubannoo uumuu (orientation) Magaalaa Adaamaatti…
Hojii seektara Qonnaa ji’oota 6n darbanittii tiraaktaroonnii 310 fi Kompaayinaroota 80 qonnaan…
Finfinnee, Gurraandhala 20, 2013 (FBC) –Preezdaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa hojii seektara Qonnaa ji’oota 6n darbanittii hojjetaman omishtummaa qonnaa…
Yunivarsitiin Haramaayaa barattoota kuma 4fi 174 sagantaa garagaraatiin barsiisaa ture eebbise
Finfinnee, Gurraandhala 20, 2013 (FBC) – Yunivarsitiin Haramaayaa barattoota kuma 4fi 174 sagantaa garagaraatiin barsiisaa ture eebbise.
Yuunivarsitiin Haramaayaa barattoota bara…
Waltajiin marii mata duree ‘’Ijaarsa Hidha Haaromsa Ityoophiyaa fi Hirmaannaa Hayyoota’’ jedhuun…
Finfinnee, Gurraandhala 20, 2013 (FBC) – Waltajiin marii mata duree ‘’Ijaarsa Hidha Haaromsaa Ityoophiyaa fi Hirmaannaa Hayyoota’’ jedhuun Yuunivarsiitii Dabra Marqoositti gaggeeffama…