Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Caffeen Oromiyaa Yaa’ii isaa idilee 13ffaa Waggaa 6ffaa bara hojii Caffee 5ffaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Gurraandhala 20, 2013 (FBC) –Yaa’ii Caffee bara kanaa adda kan taasisu yeroo itti oftuulaa ABUT qabsoo karaa nagaa didee diigumsa filate itti dhabamsiifnee imala badhaadhinaa…
“Alseerummaa daldalaa to’achuun gabaa tasgabbeessuuf hunduu tumsuu qaba”- Biiroo Daldala…
Finfinnee, Gurraandhala 20, 2013 (FBC) – Biiroon Daldala Oromiyaa rakkoo qaala'iinsaa gabaa fi daballii gatii sababa dinagdaawaa hin taaneen mul'achaa jiru irratti Adaamaatti mari'atee…
Yaa’iin idilee 13ffaan Caffee Oromiyaa eegalameera
Finfinnee, Gurraandhala 20, 2013 (FBC) - Caffeen Oromiyaa, Yaa'ii idilee 13ffaa waggaa 6ffaa Bara Hojii 5ffaa galma Abbaa Gadaatti gaggeessuu eegaleera.
Yaa'iin har'aa eegalee hanga…
Paarkii Baabbilee miidharraa baraaruuf qaamolee sadi gidduutti sanadni waliigaltee mallattaa’e
Finfinnee, Gurraandhala 19, 2013 (FBC) - Paarkii Baabbilee fi Arbawwan miidharraa baraaruuf Abbaa Taayitaa eeggumsaa fi misooma bineensota bosonaa Ityoophiyaa, naannoo Oromiyaa fi Soomaalee…
Naannoo Tigraayitti qormaata kutaa 12ffaa haala addaan laachuuf qophiin xummuramuu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 19, 2013 (FBC) - Naannoo Tigraayitti qormaata kutaa 12ffaa haala addaan laachuuf qophiin xummuramuu Biiroon Barnootaa bulchiinsa yeroo naannichaa beeksiise.…
Worlid Viizyiin Ityoophiyaa naannolee lama waliin waliigaltee hojii misoomaa birrii biiliyoona 1 fi…
Finfinnee, Gurraandhala 19, 2013 (FBC) - Worlid Viizyiin Ityoophiyaa waggoottan shanan dhufan keessatti sagantaa misooma qindaa'aa raawwachuuf naannoo Sidaamaa fi Naannoo Kibbaa waliin…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 935 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 19, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 935 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 19 darbeera.
Sa’aatii 24 darbetti…
Magaalaa Aksuumiin ilaalchisee gabaasni Aminstii Intarnaashinaal baasee maddii odeeffannoo…
Finfinnee, Gurraandhala 19, 2013 (FBC)- Magaalaa Aksuumiin ilaalchisee gabaasni Aminstii Intarnaashinaal baasee maddii odeeffannoo fayyadamee haqaa fiduuf hin fayyaduu jechuun Ministeerri…
Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Waldaa Hojii Gamtaa Shamattootaaf liqii Birrii miiliyoona 500 laate
Finfinnee, Gurraandhala 19, 2013 (FBC)- Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Waldaa Hojii Gamtaa Shamattootaaf liqii Birrii miiliyoona 500 laateera.
Itti aantuun Kantiibaa magaalaa Finfinnee…
Mootummaan naannoo Tigraay nageenya duraan turetti deebisuuf qindoominaan hojjechaa jiraachuu…
Finfinnee, Gurraandhala 19, 2013 (FBC)- Mootummaan naannoo Tigraay nageenya duraan turetti deebisuuf qaamolee tumsiitoota fi deeggartoota waliin qindoominaan hojjechaa jiraachuu beeksiseera.…