Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ministeerichi qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa milkiin akka xumuramuuf hunduu gahee isaa akka…
Finfinnee, Gurraandhala 19, 2013 (FBC) – Ministeerri Barnootaa qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa milkiin akka xumuramuuf hunduu gahee isaa akka bahatu waamicha dhiyeesse.…
Obbo Dammaqaan Ministira Ministeera Dhimma Alaa Noorweey waliin mari’atan
Finfinnee, Gurraandhala 19, 2013 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Noorweey Iyinee…
Injifannoon Adwaa mallattoo tokkummaa fi bu’aa walooti-obbo Adaam Faraah
Finfinnee, Gurraandhala 19, 2013 (FBC)- Af Yaa’iin Mana Maree Federeeshinii obbo Adaam Faraah Injifannoon Adwaa mallattoo tokkummaa fi bu'aa walooti jedhaniiru.
Ityoophiyaan biyya…
Baalli sammuu namaa hadoochu kiiloo giraamni kuma 4 fi 320 too’atame
Finfinnee, Gurraandhala 19, 2013 (FBC) –Komishiniin Gumuruukaa baala sammuu namaa hadoochu kiiloo giraama kuma 4 fi 320 too’achuu beeksise.
Baalichi magaalaa Shaashamannee irraa…
Naannoo Tigraayitti lammiilee miiliyoona 3 fi kuma dhibbaa 1 fi kuma 65 oliif deeggarsi raabsamuu…
Finfinnee, Gurraandhala 19, 2013 (FBC) – Naannoo Tigraayitti lammiilee miiliyoona 3 fi kuma dhibbaa 1 fi kuma 65 oliif deeggarsi namoomaa raabsamuu Komishinarri Komishinii…
“Injifannoon Adwaa ayyaana qofa otuu hin taane, mo’umsaa fi kaka’umsa dabalateeti” – aadde…
Finfinnee, Gurraandhala 19, 2013 (FBC) – Ministirri Nageenyaa aadde Mufaariyaat Kaamil injifannoon Adwaa ayyaana qofa otuu hin taane, mo’umsaa fi kaka’umsa dabalateeti tahuu ibsaniiru.…
Ayyaanni Adwaa fakkeenya tokkummaa fi waliin jireenya ummattoota Ityoophiyaati –Obbo Musxafee…
Finfinnee, Gurraandhala 19, 2013 (FBC)- Ayyaanni injifannoo Adwaa 125ffaan magaalaa Jigjigaatti sirnoota garaagaraatin kabajameera.
Sirnicharrtti itti aanaa preezdaantii naannoo…
Ayyaanni Adwaa 125ffaan naannolee hundatti akka kabajamu hojiin hojjetame bu’aa qabeessa ture…
Finfinnee, Gurraandhala 19, 2013 (FBC) – Ayyaanni Adwaa 125ffaan naannolee hundatti akka kabajamu hojiin hojjetame bu’aa qabeessa kan ture ta’uu Ministeerri Aadaa fi Tuuriizimii…
Bulchiinsi magaalaa Dirree Dawaa naannoo Tigraayiif deeggarsa Birrii miiliyoona 5 taasise
Finfinnee, Gurraandhala 19, 2013 (FBC)- Bulchiinsi magaalaa Dirree Dawaa naannoo Tigraayiif deeggarsa Birrii miiliyoona 5 taasisuu beeksise.
Bulchiinsi magaalichaa hojii qabeenyaa…
Naannoo Amaaraatti qophii cidhaa tokkorratti boonbii dhoheen lubbuun nama 1 yoo darbu namoota 15…
Finfinnee, Gurraandhala 19, 2013 (FBC) – Naannoo Amaaraa Godina Shawaa Kaabaa aanaa Mirtuu fi Jirruu qophii cidhaa tokkorratti boonbii dhoheen lubbuun nama 1 yoo darbu namoota 15 irra…