Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Proojektii jireenya naannoo gammoojjii fooyyeessuun ummata miiliyoona 2.5 ol fayyadamoo taasiisuuf…
Finfinnee, Gurraandhala 15, 2013 (FBC) - Naannolee 6 keessatti Proojektiin jireenya naannoo gammoojjii fooyyeessuuf birrii miiliyoona dhibba 4 fi miiliyoona 51 hojiirraa oolaa jiru ummata…
Ityoophiyaan dhaabbata mootummoota gamtoomaaniitti walga’ii mirga namoomaarratti hirmaachaa…
Finfinnee, Gurraandhala 15, 2013 (FBC) - Ityoophiyaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaaniitti walga'ii mirga namoomaarratti hirmaachaa jiraachuu ibsameera.
Dhaabbata Mootummoota…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 735 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 15, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 735 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 14 darbeera.
Sa’aatii 24 darbetti…
Dooktar Abiy barreessaa olaanaa dhaabbata mootummoota gamtoomanii waliin mari’atan
Finfinnee, Gurraandhala 15, 2013 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad barreessaa olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutareez waliin mari'achuu ibsaniiru.…
Magaalaa Finfinneetti qisaasa’ana qabeenyaa ture qorachuun galii taasiisuun itti fufeera –Aadde…
Finfinnee, Gurraandhala 15, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti qisaasa’ana qabeenyaa ture qorachuun galii taasiisuun itti fufuu itti aantuun Kaantibaa Magaalichaa Aadde Adaanach Abeebee…
Fooramiin 6ffaan misooma yaa’a laga Naayil eegalame
Finfinnee, Gurraandhala 15, 2013 (FBC) – Qopheessummaa Ityoophiyaan kan gaggeeffamu Fooramiin 6ffaan misooma yaa’a laga Naayil har’a eegalameera.
Sagantaan fooramichi har’a guyyaa…
Lammiileen Ityoophiyaa 338 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Gurraandhala 15, 2013 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa 338 Saa’ud Arabiyaa magaalaa Jiddaarraa gara biyyaa deebi’aniiru.
Bakka bu’aan Daayreektoreetii Jeneraalaa dhimmoota…
OBN jiraattoota godina Matakkaliif deeggaarsa midhaan nyaataa kuntaala 900 taasiise
Finfinnee, Gurraandhala 15, 2013 (FBC) – Oromiyaa Broodkaastiingi Neetworkiin naannoo Beenshaanguul Guumuuz Godina Matakkalitti lammiilee qa'ee fi qabeenya isaanirraa buqqa'aniif…
Bulchiinsi magaalaa Finfinnee naannoo Sidaamaaf Birrii miiliyoona 50 deeggarsa taasiise
Finfinnee, Gurraandhala 15, 2013 (FBC) - Bulchiinsi magaalaa Finfinnee sirna hundeeffama bulchiinsa mootummaa naannoo Sidaamaa sababeeffachuun deeggarsa Birrii miiliyoona 50 taasiseera.…
Ajajan itti aanaa humna qilleensaa Ityoophiyaa Asxaa dizaaynii haaraan hojjisisee fi daandii…
Finfinnee, Gurraandhala 15, 2013 (FBC)- Ajajan itti aanaa humna qilleensaa Ityoophiyaa ittisa humna qilleensaa, Asxaa dizaaynii haaraan hojjisisee fi daandii asfaaltii ijaarsisee…