Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ayyaanni Injifannoo Adwaa 125ffaa magaalaa Asoosaatti kabajame
Finfinnee, Gurraandhala 15, 2013 (FBC) – Ayyaanni Injifannoo Adwaa 125ffaa magaalaa Asoosaatti qophii garagaraan kabajameera.
Wayita kabaja ayyaanichaa hoggaanaan Biiroo Aadaa…
Bulchiinsotni magaalaa lamaa fi naannooleen 4 galmee kaadhimaamtootaa hanga Gurraandhala 21tti akka…
Finfinnee, Gurraandhala 15, 2013 (FBC) – Bulchiinsotni magaalaa lamaa fi naannooleen 4 galmee kaadhimaamtootaa hanga Gurraandhala 21tti akka xumuran Boordiin Filannoo Biyyaalessaa…
Imala Badhaadhinaa maatii mirkaneessuuf hojjatamaa jira – MNO
Finfinnee, Gurraandhala 15, 2013 (FBC) - Imala Badhaadhinaa Maatii Mirkaneessuuf hojjatamaa jiraachuu Mootummaan Naannoo Oromiyaa beeksiise.
Mootummaan Naannoo Oromiyaa imala…
Paartiin Badhaadhinaa hoggantoota dhaabbilee Federaalaa waliin mari’ataa jira
Finfinnee, Gurraandhala 15, 2013 (FBC) - Paartiin Badhaadhinaa gabaasa raawwii hojii walakkaa waggaa, imaammata Filannoo fi Maaniifeestoorratti hoggantoota dhaabbilee Federaalaa waliin…
Mootummaan Naannoo Oromiyaa naannoo Sidaamaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 100 taasise
Finfinnee, Gurraandhala 15, 2013 (FBC)- Mootummaan Naannoo Oromiyaa sirna hundeeffama bulchiinsa mootummaa naannoo Sidaamaa sababeeffachuun deeggarsa Birrii miiliyoona 100 taasiseera.…
Manni Maree Ministirootaa gamaaggama raawwii hojii baatii 6 Kooyishaatti gaggeesseera
Finfinnee, Gurraandhala 15, 2013 (FBC) - Manni Maree Ministirootaa gamaaggama raawwii hojii baatii 6 Kooyishaatti gaggeesseera.
Gamaaggamni raawwii hojii mana marichaa kun yeroo…
Naannolee fi bulchiinsi magaalotaa naannoo Sidaamaaf Birrii miiliyoona dhibba 2 deeggarsa taasiisan
Finfinnee, Gurraandhala 15, 2013 (FBC) – Ayyaana Hundeeffama naannoo Sidaamaa sababeeffachuun naannolee fi bulchiinsi magaalotaa naannichaaf Birrii miiliyoona dhibba 2 ol deeggarsa…
Niiwuyoorkitti gareen hidha haaromsaaf deeggarsa laatuu fi falmuu hundaa’e
Finfinnee, Gurraandhala 15, 2013 (FBC)- Niiwuyoorkitti gareen Hidha Haaromsaa Guddichaa Ityoophiyaaf deeggarsa laatuu fi falmuu hundaa’uu Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti…
Jilli Jeneraal Birihaanuu Juulaan durfamu Emmireetoota Araba Gamtoomaniitti daawwannaa hojii…
Finfinnee, Gurraandhala 15, 2013 (FBC) - Jilli Etaamaajoorii Raayyaa Ittisaa Waliigalaa Jeneraal Birihaanuu Juulaan Durfamu Emmireetoota Araba Gamtoomaniitti daawwannaa hojii taasiisaa…
Hoggantoonni Federaalaa, naannolee fi bulchiinsota magaalaa Hawaasaa galan
Finfinnee, Gurraandhala 14, 2013 (FBC) - Hoggantoonni Federaalaa, naannolee fi bulchiinsota magaalaa sirna kabaja Ayyaana hundeeffama naannoo Sidaamaa irratti hirmaachuuf Hawaasaa galan…