Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ayyaanni bara haaraa saba Burjii ‘Wanaankaa Ayyaanaan’ kabajame
Finfinnee, Gurraandhala 13, 2013 (FBC) - Ayyaanni bara haaraa saba Burjii 'Wanaankaa Ayyaanaan' kabajameera.
Kabaja Ayyaannichaarraatti bakka buutoonni Booraanaa,Gujii, Geedi'oo,Korree fi…
Sukkaarrii fi ashaboon karaa seeraan alaa kuufamee ture kuntaalli kumni 5 fi 626 to’atame
Finfinnee, Gurraandhala 13, 2013 (FBC)- Godina Walloo Kibbaa aanaa Qaalluutti sukkaarrii fi ashaboon karaa seeraan alaa kuufamee ture kuntaalli kumni 5 fi 626 to’atamuu Waajjirri Daldalaa…
Ayyaanni yaaddannoo Adwaa 125ffaan Afrikaa kibbaatti qindeessummaa Imbasii Ityoophiyaatin marii…
Finfinnee, Gurraandhala 13, 2013 (FBC)- Ayyaanni yaaddannoo Adwaa 125ffaan Afrikaa kibbaatti qindeessummaa imbasii Ityoophiyaatin marii paanaaliitin kabajameera.
Ayyaanichi mata duree…
Godina Jimmaatti dhaabbiilee fayyaa hawwataa fi miidhagaa taasisuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Gurraandhala 13, 2013 (FBC)- Godina Jimmaatti dhaabbiilee fayyaa hawwataa fi miidhagaa taasisuuf hojjetamaa jira
Godinichatti hojiin dhaabbilee fayyaa miidhagsuu bara darbe…
Dooktar Abiy Ahimad sagantaan ‘Maaddii Biyyaa’ bifa egziibiishinii akka dhiyaatuuf qaamolee tumsa…
Finfinnee, Gurraandhala 13, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad sagantaa ‘Maaddii Biyyaa’ har’a gaggeeffamuuf qaamolee ibsa ga’umsaalee 3 bifa egziibiishinii akka…
Inistiityuutiin Ogummaa fi Teeknikaa Federaalaa gara Yuunvarsiitiitti ol guddate
Finfinnee, Gurraandhala 13, 2013 (FBC)- Inistiityuutiin Ogummaa fi Teeknikaa Federaalaa gara Yuunvarsiitiitti ol guddateeera.
Dhaabbata Inistiityuutii Ogummaa fi Teeknikaa…
Boordichi dhaabbilee hawaasa Siivilii waliin mari’achaa jira
Finfinnee, Gurraandhala 13, 2013 (FBC)- Boordiin Filannoo Biyyaalessaa dhaabbilee hawaasa Siivilii waliin mari’achaa jira
Boordichi dhaabbilee hawaasa Siivilii barnoota filattootaa…
Doolaarri Ameerikaa kumni 51 ol karaa seeraan alaa biyyaa ba’uuf ture to’atame
Finfinnee, Gurraandhala 13, 2013 (FBC)- Doolaarri Ameerikaa kumni 51 ol karaa seeraan alaa biyya keessaa ba’uuf ture to’atameera.
Konkolaataa Minibaasii ummataan Jigjiigaarraa ka’ee…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 837 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 12, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 837 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 10 darbeera.
Sa’aatii 24 darbetti…
Magaalichaatti shakkamtoonni gareen gurmaa’uun yakka ajjeechaa fi saamichaa raawwataa turan 53…
Finfinnee, Gurraandhala 12, 2013 (FBC) - Magaalaa Finfinneetti shakkamtoonni gareen gurmaa'uun yakka ajjeechaa fi saamichaa raawwataa turan 53 to'annoo jala ooluu Komishiniin Poolisii…