Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 949 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 14, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 949 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 8 darbeera.
Sa’aatii 24 darbetti…
Hoteelli fi Giddugalli Gabaa Sikkoo-Mandoo Birrii miiliyoona 90 oliin ijaarame eebbifame
Finfinnee, Gurraandhala 14, 2013 (FBC) - Magaalaa Shaashamanneetti Hoteelli fi Giddugalli Gabaa Sikkoo-Mandoo Birri miiliyoona 90 oliin ijaarame eebbifameera.
Sirna kanarratti kan…
Waldaa Aksiyoona Daldala GODUf guyyaa har’aa magaalaa Bulee Horaatti beekamtiin laatame
Finfinnee, Gurraandhala 14, 2013 (FBC) - Waldaa Aksiyoona Daldala GODUf guyyaa har’aa magaalaa Bulee Horaatti beekamtiin laatameera.
Prezidaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa…
Godina Matakkal Magaalaa Gilgal Balas irratti dhorkiin sa’aati malee deemu dhorkamee irratti…
Finfinnee, Gurraandhala 14, 2013 (FBC) - Hooggantoonni olaanoo Koomaandii Poostii Godinaa Matakkaal bakka bu’ootaa jiraatoota Magaalaa Gilgaal Balas waliin mari’ataniiru.
Maricha…
Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 38. 2tti tilmaamamu to’anno jala oole
Finfinnee, Gurraandhala 14, 2013 (FBC) - Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 38. 2tti tilmaamamu to’anno jala oolu Ministeerri Galiiwwanii beeksise.
Sirna gumuruukaa…
Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad aanaa addaa Koontaatti ijaarsa Hoospitaala Koontaaf dhagaa…
Finfinnee, Gurraandhala 14, 2013 (FBC) -Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad aanaa addaa Koontaatti ijaarsa Hoospitaala Koontaaf dhagaa bu’uuraa kaa’aniiru.
Muummeen…
Aadde Adaanech Abeebee, mana jireenyaa waliinii Dhaabbatni daldala waliigalaa Tiraakoon Birrii…
Finfinnee, Gurraandhala 14, 2013 (FBC) -Itti Aantuu Kantiibaa Magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebee, mana jireenyaa waliinii Dhaabbatni daldala waliigalaa Tiraakoon Birrii biiliyoona…
Naannoo Sidaamaatti ayyaanni injifannoo Adwaa 125ffaa kabajamaa jira
Finfinnee, Gurraandhala 14, 2013 (FBC) – Naannoo Sidaamaatti ayyaanni injifannoo Adwaa 125ffaa qophii garagaraan kabajamaa jira.
Ayyaanichi feestivaalaa aadaa Sidaamaa waliin…
Dooktar Abiy sagantaa maaddii biyyaan kan hojjetamu proojektii Kooyishaa eegalchiisuuf Daawuroo…
Finfinnee, Gurraandhala 14, 2013 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad sagantaa maaddii biyyaan kan hojjetamu proojektii Kooyishaa eegalchiisuuf godina Daawuroo galaniiru.…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 841 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 13, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 841 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 12 darbeera.
Sa’aatii 24 darbetti…