Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Tajaajilli gorsa walabaa sadarkaa naannoo Oromiyaatti hundeeffame
Finfinnee, Gurraandhala 11, 2013 (FBC)- Komishiiniin Poolisii Oromiyaa Naannichatti nageenyi waaraan akka jiraatuu fi olaantummaan seeraa akka kabajamuuf hawaasa hirmaachsuudhaan hojiilee…
Dooktar Abiy Ahimad hoggantoota bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay waliin mari’atan
Finfinnee, Gurraandhala 11, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad hoggantoota bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay waliin mari’ataniiru.
Marii isaaniitin naannichatti…
Sirni yaalii hojiirra oolmaa waraqaa eenyummaa biyyaaleessaa eegalame
Finfinnee, Gurraandhala 11, 2013 (FBC) – Sirni yaalii hojiirra oolmaa waraqaa eenyummaa biyyaaleessaa eegalamuu Ministeerri Nageenyaa beeksiise.
Hojjettoota Ministeerichaa…
Jilli Etaamaajoorii waliigalaa Raayyaa Ittisaa Sudaan Kibbaan durfamu Finfinnee gale
Finfinnee, Gurraandhala 11, 2013 (FBC) – Jilli Etaamaajoorii Waliigalaa Raayyaa Ittisaa Sudaan Kibbaa Jeneraal Joonsan Jumaa Ukkooniin durfamu Finfinnee galeera.
Wayita magaalaa…
Daayreektarri olaanaan Dhaabbata Misoomaa Idil Addunyaa Ameerikaa bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay…
Finfinnee, Gurraandhala 11, 2013 (FBC)- Daayreektarri olaanaan Dhaabbata Misoomaa Idil Addunyaa Ameerikaa (USAID) Sheen Joonsii fi Ityoophiyatti miseensoonni Imbaasii Ameerikaa…
Ayyaanni bara Haaraa saba Geedi’oo Daraaroon kabajamaa jira
Finfinnee, Gurraandhala 11, 2013 (FBC) – Ayyaanni bara Haaraa Saba Geedi’oo Daraaroon magaalaa Diillaatti qophii addaan kabajamaa jira.
Sagantichi Abbootii Gadaan banamuu…
Ityoophiyaatti ambaasaaddarri Swiidiinii fi bakka bu’aan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti…
Finfinnee, Gurraandhala 11, 2013 (FBC)- Ityoophiyaatti ambaasaaddarri Swiidiin Haans Heenriikii fi bakka bu’aa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti Dhaabbanni Deeggarsa Daa’immanii Idil…
Ityoo Teeleekoom tajaajila Interneetii saffisa olaanaa qabu 4G LTE advaansid jedhamu Riijiinii…
Finfinnee, Gurraandhala 11, 2013 (FBC) – Ityoo Teeleekoom tajaajila Interneetii Moobaayilaa saffisa olaanaa qabu 4G LTE advaansid jedhamu Riijiinii Kibbaatti hojiirra oolcheera.…
Haroon Haramaayaa qulqulleeffame
Finfinnee, Gurraandhala 11, 2013 (FBC)- Qindeessummaa Bulchiinsa magaalaa Haramaayaa fi aanaa Haramaayaatin haroon Haramaayaa qulqulleeffameera.
Duula kanarrattis hojjeettoonni…
Iddoon tursiisa konkolaattoota jajjaboo daangaa ce’aa Ityoophiyaa Jibuutitti ijaarrame ebbifame
Finfinnee, Gurraandhala 11, 2013 (FBC)- Iddoon tursiisa konkolaattoota jajjaboo daangaa ce’aa Ityoophiyaa Jibuutitti ijaarrame ebbifameera.
Ministir Deettaan Ministeera…