Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ministeerri Geejjibaa fi Baankiin misooma Afrikaa hojiirra oolmaa karoora geejjibarraatti waliin…
Finfinnee, Gurraandhala 11, 2013 (FBC) – Ministirri Ministeera Geejjibaa aadde Daagmaawiit Mogas Daayreektara olaanaa Baankii Misoomaa Afrikaa Cheeproo Amoos Kiiproonoohi waliin…
Lammiilee qa’ee fi qabeenya isaanirraa buqqa’aniif deeggarsa walitti qabuuf lakkoofsi…
Finfinnee, Gurraandhala 10, 2013 (FBC) - Lammiilee Beenshaanguul Guumuuzii fi Tigraayitti qa'ee fi qabeenya isaanirraa buqqa'aniif deeggarsa walitti qabuuf lakkoofsi herreega Baankii…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 818 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 10, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 818 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 14 darbeera.
Sa’aatii 24 darbetti…
Kutaa magaalaa Kolfee Qaraaniyootti zayitiin nyaataa seeraan ala kuufamee ture kaartooniin kumni 6…
Finfinnee, Gurraandhala 10, 2013 (FBC) - Magaalaa Finfinnee Kutaa magaalaa Kolfee Qaraaniyootti zayitiin nyaataa seeraan ala kuufamee ture kaartooniin kumni 6 fi 600 to'atamuu ibsame.…
Hawaasa Soomaalee Keeniyaatti argaman waliin mariin taasiifame
Finfinnee, Gurraandhala 10, 2013 (FBC) - Dhalattoota naannoo Soomaalee Keeniyaatti argaman waliin mariin taasiifamuu Keeniyaatti Imbaasiin Ityoophiyaa beeksiise.
Itti aanaan Preezdaantii…
Qophii haal-duree Ijaarsa Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa naannawaa Finfiinneetti ijaaramu irratti…
Finfinnee, Gurraandhala 10, 2013 (FBC) – Qophii haal-duree ijaarsa Buufata Xiyyaaraa Idila Addunyaa naannawaa Finfiinneetti ijaaramu ilaalchisuun Ministeera Maallaqaa mariin…
Lakkoofsi namoota Vaayrasii koroonaan qabamanii gara kutaa wal’ansa cimaatti galanii dabalaa…
Finfinnee, Gurraandhala 10, 2013 (FBC) –Ministeera Fayyaatti Daayreekatarri Hariiroo Ummataa fi Kominikeeshinii Dooktar Taganee Raggaasaa guyyaa 2n darbanitti qofaa namoonni 615 kutaa…
Maqaleerraa gara Finfinneetti geejjibsiifamaa kan turee Fanjiin kaartoonii 23 too’atame
Finfinnee, Gurraandhala 10, 2013 (FBC) – Maqaleerraa gara Finfinneetti geejjibsiifamaa kan turee Fanjiin kaartoonii 23 guyyaa har’aa too’atameera.
Sakata’insa keellaa gumuruukaa…
Guutummaa naannoo Tigiraayitti elektirikiin irra deebiin adda cite
Finfinnee, Gurraandhala 10, 2013 (FBC) – Hafteen Juuntaa bu’uuraalee misoomaa elektiriikii irratti miidhaa qaqqabsiisaniin, guutummaa naannoo Tigiraayitti eleektirikiin irra…
Qotee fi horsiisee bultootni Oromiyaa kuma 6 ol gara invastimantiitti ce’an
Finfinnee, Gurraandhala 10, 2013 (FBC) –Naannoo Oromiyaatti horsiise bultootnii fi qonnaan bultootni kuma ja’aa ol gara invastimantiitti ceesifamuu Sadarkaa Itti Aanaa Preezdaantiitti…