Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ministeerri Raayyaa Ittisa Biyyaa Nagaa Kabachiisistoota Idil Addunyaa Giddugala Leenjii Hursootti…
Finfinnee, Gurraandhala 6, 2013 (FBC)- Ministeerri Raayyaa Ittisa Biyyaa Nagaa Kabachiisistoota Idil Addunyaa Giddugala Leenjii Hursootti marsaa 13ffaaf leenjisaa ture eebbise.…
Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii fi Ameerikaan mootummaa FDRI waliin hojjechuuf qophii tahuu ibsan
Finfinnee, Gurraandhala 6, 2013 (FBC)- Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii fi Ameerikaan naannoo Tigiraayitti dhiyeessii deeggarsa namoomaa fi deebisaanii dhaabuu mootummaa waliin…
Magaaloota Oromiyaa garagaraatti sagantaan duula qulqullinaa gaggeeffameera
Finfinnee, Gurraandhala 6, 2013 (FBC)- Magaaloota Oromiyaa garagaraatti sagantaan duula qulqullinaa gaggeeffameera.
Sagantaan duula qulqullinaa magaalotaa har’a ganama…
Yuunivarsiitiin Jimmaa barattoota barsiisaa ture kuma 4 fi 311 guyyaa har’aa eebbisiiseera
Finfinnee, Gurraandhala 6, 2013 (FBC)- Yuunivarsiitiin Jimmaa barattoota barsiisaa ture kuma 4 fi 311 guyyaa har’aa eebbisiiseera.
Sirna eebba barattootaa kana irratti Preezdaantiin…
Yuunivarsiitiiwwan garagaraa barttoota isaanii eebisiisan
Finfinnee, Gurraandhala 6, 2013 (FBC)- Yuunivarsiitiiwwan garagaraa barttoota isaanii eebisiisaniiru.
Yuunivarsiitiin Jimmaa marsaa 2ffaan muummee garagaraan digirii jalqabaa,…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 686 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 5, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 686 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 6 darbeera.
Sa'aatii 24 darbetti…
Jilli obbo Dhaabaa Dabaleen durfamu aanaa Gola Odaatti qamadii kilaasteraan misoome daawwate
Finfinnee, Gurraandhala 5, 2013 (FBC) – Jilli hogganaa Biiroo Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa Oromiyaa obbo Dhaabaa Dabaleen durfamu godina Harargee Bahaa Aanaa Gola Odaatti Qamadii…
Ambaasaaddar Dooktar Shifarraaw Taklamaariyaam gita isaanii Aljeeriyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Gurraandhala 5, 2013 (FBC) – Afrikaa Kibbaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Dooktar Shifarraaw Taklamaariyaam gita isaanii Aljeeriyaa Rashiid Nanloonas waliin dhimmoota…
Itti Aantuu Kantiibaa Bulchiinsa magaalaa Finfinnee Adaanach Abeebe Ahuunaa Eziiyaakooniywaa waliin…
Finfinnee, Gurraandhala 5, 2013 (FBC)- Itti Aantuu Kantiibaa Bulchiinsa magaalaa Finfinnee Adaanach Abeebe Ahuunaa Eziiyaakooniywaa waliin marii’atan.
Itti Aantuu Kantiibaa…
Aanaa Dugda Daawwaatti Birriin 452,800 ol ABO Shaneen lafa keessaa qotamee dhokfame to’atame
Finfinnee, Gurraandhala 5, 2013 (FBC)- Godina Gujii Lixaa Aanaa Dugda Daawwaa ganda Wolgeyiitti Birriin 452,800 ol ABO Shaneen lafa keessa qotamee dhokfame to’annaa jala ooleera.…