Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Paartiin Badhaadhinaa naannoo Beenishaanguul Guumuuz ramaddii hoggantootaa olaanoo fi giddugaleessaa…
Finfinnee, Gurraandhala 6, 2013 (FBC) - Paartiin Badhaadhinaa naannoo Beenishaanguul Guumuuz Konfaransii dhiyeenya gaggeesse hordofee ramaddii hoggantootaa olaanoo fi giddugaleessaaf karaa…
Ityoophiyaanoonni 343 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Gurraandhala 6, 2013 (FBC) - Ityoophiyaanoonni 343 Saa'ud Arabiyaa magaalaa Jiddaarraa gara biyyaa deebi'uu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise.
Ministeera Dhimma Alaatti Bakka…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 756 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 6, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 756 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 4 darbeera.
Sa'aatii 24 darbetti…
Fincaa’awwan Awaashii fi Haroon Basaqaa kennaa uumama hin tuqamneedha – Dooktar Abiy
Finfinnee, Gurraandhala 6, 2013 (FBC) - Lafti keenya qabeenya guddaa kuufatee qaba jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Yoo cimnee misoomsine danuu bulchuuf ni oolu jedhan…
Koolleejiin Saayinsii Fayyaa fi Barsiisootaa Gaambeellaa barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa…
Finfinnee, Gurraandhala 6, 2013 (FBC) - Koolleejiin Saayinsii Fayyaa fi Barsiisootaa Gaambeellaa barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 2 fi 496 har'a eebbisiiseeera.…
Hoggantoonni Paartii Badhaadhinaa magaalaa Finfinnee dargaggoota waliin ta’uu proojektoota…
Finfinnee, Gurraandhala 6, 2013 (FBC) - Hoggantoonni Paartii Badhaadhinaa magaalaa Finfinnee dargaggoota waliin ta'uun proojektoota gurguddoo ijaarsarra jiran daawwataniiru.
Itti…
Yuunivarsiitiin Maqalee hojii baruuf barsiisuu idilee eegaluu beeksise
Finfinnee, Gurraandhala 6, 2013 (FBC)- Yuunivarsiitiin Maqalee hojii baruuf barsiisuu idilee eegaluu beeksiseera.
Yuunivarsiitichaatti Daayrekatarri Tajaajila barattoota Dooktar…
Magaalaa Finfinneetti zaayitiin nyaata paalmaa jedhamu Jaarkaani miiliyoona 2 karaa seeran alaan…
Finfinnee, Gurraandhala 6, 2013 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti zaayitiin nyaata paalmaa jedhamu Jaarkaani miiliyoona 2 karaa seeran alaan kuufamee ture to’annoo jala ooluu poolisiin…
Ambaasaaddar Diinaa Muftii miidiyaalee idil addunyaa teessoo isaanii Sudaan Kibbaa godhataniif…
Finfinnee, Gurraandhala 6, 2013 (FBC)-Dubbi Himaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Diinaa Muftii miidiyaalee idil addunyaa teessoo isaanii Sudaan Kibbaa godhataniif dhimmoota waqtaawaa…
Naannoolee galmee kaadhimamtoota rawwaachuuf yeroon dheerateef ilaachisuun Boordiin Filannnoo…
Finfinnee, Gurraandhala 6, 2013 (FBC)-Naannoolee galmee kaadhimamtoota rawwaachuuf yeroon dheerateef ilaachisuun Boordiin Filannnoo Biyyaalessaa ibsa laateera.
Bu’uuruma kanaan…