Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dooktar Injiinar Silashii Baqqalaa Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Noorwey waliin mari’ataniiru
Finfinnee, Gurraandhala 4, 2013 (FBC) – Ministirri Ministeera Bishaan, Jallisii fi Iinarjii Dooktar Injiinar Silashii Baqqalaa Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Noorwey Marata Luundamoo waliin…
Fooramiin Tuuriiziimii Ityoo – Jiibuutii magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Gurraandhala 4, 2013 (FBC) – Fooramiin Tuuriiziimii Ityoo – Jiibuutii magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jiraachuu ibsameera.
Ityoophiyaa fi Jiibuutii hariiroo…
Dooktar Injiinar Silashii Baqqalaan Ityoophiyaatti ambaasaadara Jarman waliin mari’atan
Finfinnee, Gurraandhala 4, 2013 (FBC) - Ministirri Ministeera Bishaan, Jallisii fi Iinarjii Dooktar Injiinar Silashii Baqqalaan Ityoophiyaatti ambaasaadara Jarman Isteefan Awur…
Manni Maree Dirree Dawaa yaa’ii idilee 46ffaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Gurraandhala 4, 2013 (FBC) - Manni Maree bulchiinsa magaalaa Dirree Dawaa yaa’ii idilee 46ffaa bara hojii 2ffaa gaggeessuu eegaleera.
Yaa’iin kanaan gabaasa raawwii hojii…
Baatiwwan 6n darbanitti lammiilee miiliyoona 1.7 carraan hojii uumamuu ibsame
Baatiwwan 6n darbanitti lammiilee miiliyoona 1.7 carraan hojii Uumamuu Manni Maree Carraa Hojii Uumamuu Biyyaalessaa beeksiseera.
Carraan hojii walakkaa waggaatti uumamee…
Ambaasaaddar Hasan Taajjuun Preezdaantii Seeneegaal waliin mari’atan
Finfinnee, Gurraandhala 4, 2013 (FBC) – Seeneegaalitti Ambaasaaddari Ityoophiyaa Ambaasaaddar Hasan Taajjuun Preezdaantii Seeneegaal Maakiiy Saal waliin mari’atan.
Haala hariiroo…
Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa Gurraandhala 29, 2013 ni laatama
Finfinnee, Gurraandhala 4, 2013 (FBC) – Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa Gurraandhala 29, 2013 kan laatamu ta’uu Ministeerri Barnootaa beeksise.
Ministeerri Barnootaa…
Hospitaalli Haadholii fi Daa’immanii Abbabachi Goobanaa eebbifame
Finfinnee, Gurraandhala 4, 2013 (FBC) – Ityoophiyaatti guddaa fi ammayya’aa kan ta’e Hospitaalli Haadholii fi Daa’immanii Abbabachi Goobanaa eebbifameera.
Itti aantuun Kaantibaa…
Godina Guraageetti hiriirri deeggarsa Dooktar Abiy gaggeeffame
Finfinnee, Gurraandhala 4, 2013 (FBC) - Godina Guraageetti hiriirri deeggarsa Muummee Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad gaggeeffame.
Jiraattoonni aanaalee godinichaa hundarra…
Chaayinaan talaallii Covid-19 Ityoophiyaaf laachuuf qophii ta’uu beeksiifte
Finfinnee, Gurraandhala 4, 2013 (FBC) - Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Chaayinaa Waang Yuu biyyi isaanii Ityoophiyaaf talaallii Covid -19 laachuuf qophii ta’uu ibsaniiru.…