Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Mufariyaat Kamiil Ministira Misoomaa idila addunyaa Kaanaadaa Kaariinaa Goold waliin mari’atan
Finfinnee, Gurraandhala, 4, 2013 (FBC) - Ministirri Ministeera Nageenyaa aadde Mufariyaat Kamiil Ministira Misoomaa idila addunyaa Kaanaadaa Kaariinaa Goold waliin interneetiin…
Lammiileen Ityoophiyaa 300 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Gurraandhala 3, 2013 (FBC) - Lammiileen Ityoophiyaa 300 Saa'ud Arabiyaa magaalaa Jiddaarraa gara biyyaa deebi'an.
Bakka bu'aan daayreektar jeneraalaa dhimmoota Qoonsilaa…
Ambaasaaddar Maarqos Takleen gargaaraa Ministira Dhimma Alaa Gibts waliin dhimma hidha…
Finfinnee, Gurraandhala 3, 2013 (FBC) - Gibtsitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Maarqos Takleen gargaaraa Ministira Dhimma Alaa Gibts ambaasaaddar Sheeriif Isaa waliin dhimma Hidha…
Af yaa’ii olaanaan naannoo Beenishaanguul Guumuuzii fi miseensi koree giddu galeessaa paartii…
Finfinnee, Gurraandhala 3, 2013 (FBC) - Af yaa'ii olaanaan naannoo Beenishaanguul Guumuuzii fi miseensi koree giddu galeessaa paartii Badhaadhinaa obbo Taaddasaa Tafarraan aangorraa…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 683 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 3, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 683 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 9 darbeera.
Sa'aatii 24 darbetti…
Boordiin Filannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa buufataalee filannoo marsaa 6ffaa kuma 49 fi 407 ifoomse
Finfinnee, Gurraandhala 3, 2013 (FBC) - Boordiin Filannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa buufataalee filannoo marsaa 6ffaa kuma 49 fi 407 ifoomseera.
Boordichi haaluma gabatee yeroo filannoo…
Miidhaa gareen ABUT bu’uuraalee misoomarraan geessiiseen biyyattiin galii tajaajilaarraa…
Finfinnee, Gurraandhala 3, 2013 (FBC) - Miidhaa olaanaa gareen ABUT bu'uuraalee misoomarraan geessiiseen dhaabbileen tajaajilarraa galii argachuu malan birrii biiliyoona 2.9 ol dhabuu…
Mariin ummataa daangaa naannoo Oromiyaa fi Sidaamaa jiraatuu cimsuu irratti xiyyeeffate magaalaa…
Finfinnee, Gurraandhala 3, 2013 (FBC)-Mariin walitti dhufeenyaa fi misooma waliinii ummataa daangaa naannoo Oromiyaa fi Sidaamaa jiraatuu cimsuu irratti xiyyeeffate magaalaa Boonsa…
Godina Booranaatti hallii Bonaa cimaa dhufuusaatiin miidhaa fidaa jira
Finfinnee, Gurraandhala 3, 2013 (FBC)- Godina Booranaatti hallii Bonaa cimaa dhufuusaatiin miidhaa fidaa jira.
Rakkoon Bonaa kun duraan Aanaalee muraasa keessatti qofa mul'ata yeroo…
Naannoo Somaalee aanaa Shinleetti dhaabbanni Birrii miiliyoona 200n kan ijaarame eebbifame
Finfinnee, Gurraandhala 3, 2013 (FBC)-Naannoo Somaalee aanaa Shinleetti dhaabbanni Birrii miiliyoona 200n kan ijaarame eebbifameera.
Hoogganaa Biiroo Dhimmoota Diyaaspooraa fi…