Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Barattoota qabxii olaanaa galmeessaan 60f leenjiin hoggansaa fi tajaajiltummaa laatamuufi
Finfinnee, Gurraandhala 1, 2013 (FBC) - Barattoota qabxii olaanaa galmeessaan 60f leenjiin hoggansaa fi tajaajiltummaa laatamuuf ta'uu Ministeerri Dhimma Dubartootaa, Daa'immanii fi…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 656 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 1, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 656 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 8 darbeera.
Sa'aatii 24 darbetti…
Dooktar Abiy dura taa’aa gamtaa Afrikaa haaraa waliin tumsaan kan hojjetan ta’uu…
Finfinnee, Gurraandhala 1, 2013 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad dura taa'aa gamtaa Afrikaa haaraa Feeleeksii Shiiseekeedii waliin tumsaan kan hojjetan ta'uu beeksiisan.…
Obbo Dammaqaan gita isaanii Raashiyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Gurraandhala 1, 2013 (FBC) - Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Raashiyaa Sargee…
Mootummaan Ityoophiyaa Sagantaan Nyaata Addunyaa naannoo Tigraayitti deeggarsa namoomaa taasiseef…
Finfinnee, Gurraandhala 1, 2013 (FBC)-Mootummaan Ityoophiyaa Sagantaan Nyaata Addunyaa naannoo Tigraayitti deeggarsa namoomaa taasiseef dinqisiifateera.
Fuula feesbuukii keenyan…
Sagantaan fooyya’insa qulqullina tajaajila fayyaa waliigalaa ‘I Care’ jedhamu Giddugala…
Finfinnee, Gurraandhala 1, 2013 (FBC) – Sagantaan fooyya'insa qulqullina tajaajila fayyaa waliigalaa ‘I Care’ jedhamu bakkaa Ministirri Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaa argamanitti Giddugala…
Hojiin diippilomaasii teeknooloojiin deeggarame raawwatamuu akka qabu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 1, 2013 (FBC) – Ambaasaaddaroota dhiyeenyatti xalayaa muudamaa preezdaanti Saahilawarqi Zawdee kennameefif leenjiin laatamaa jira.
Leenjichi diippilomaasii…
Waqtii Arfaasaa dhufu roobni idilee fi idilee gadii ni eegama – Eejansicha
Finfinnee, Gurraandhala 1, 2013 (FBC) –Waqtii Arfaasaa dhufu naannawaa fayyadamoo rooba biyyatti hedduu irratti roobni idilee fi idilee gadii jiraachuu akka danda’u Eejansiin…
Jiraattonni magaalaa Jinkaa fi godina Goofaa hiriira deeggarsaa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy…
Finfinnee, Gurraandhala 1, 2013 (FBC)- Jiraattonni magaalaa Jinkaa fi godina Goofaa magaalaa Saawuulaa hiriira deeggarsaa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadiif bahaniiru.…
Ijaarsi piroojaktii misooma jallisii Gudar Birrii biiliyoona 3.3n gaggeeffama jira
Finfinnee, Gurraandhala 1, 2013 (FBC) – Komishinii Misooma Jallisiin Ijaarsi piroojaktii misooma jallisii Gudar baasii Birrii biiliyoona 3.3n gaggeeffama jira.
Piroojaktichi…