Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Waajjirri Muummee Ministira dhaabbilee proojektii ‘Maaddii Biyyaaf’ irratti hirmaachuun maallaqa…
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2013 (FBC)- Waajjirri Muummee Ministira dhaabbilee proojektii ‘Maaddii Biyyaaf’ irratti hirmaachuun maallaqa galii taasisanii fi naga’ee erguun beeksisan…
Baatiwwan lamaan dhufanitti talaallii covid-19 hanga miiliyoona 9 gara biyyatti galchuuf hojjetamaa…
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2013 (FBC) – Baatiwwan lamaan dhufanitti talaallii covid-19 hanga miiliyoona 9 gara biyyatti galchuuf hojjetamaa jiraachuu Ministirri Fayyaa Dooktar Liyaa…
Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa fi Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa waliin hojjechuuf waliigaltee…
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2013 (FBC) – Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa fi Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa waliin hojjechuuf waliigaltee waliif mallatteessan.
Baankiin Hojii Gamtaa…
Ibsan istaadiyoomiin Naqamtee xumuramuun halkanii guyyaa tajaajila kennuu eegale
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2013 (FBC) –Ibsan istaadiyoomiin Naqamtee xumuramuun halkanii guyyaa tajaajila kennuu eegale.
Qaama piroojaktii ijaarsa istaadiyoomii Naqamtee kan ta'eefi…
Ijaarsi piroojaktii daandii Duraamee-Danbooyaa- Angaacaa-Amachoo Waatoo Halaabaa eegalame
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2013 (FBC) –Ijaarsi piroojaktii daandii Duraamee-Danbooyaa- Angaacaa-Amachoo Waatoo Halaabaa baasii Birrii biiliyoona 1.9n eegalame.
Daandiichi sadarkaa…
Jiraattoonni Godina Daawuroo Muummee Ministiraa Dooktar Abiy Ahimadiif hiriira deeggarsaa gaggeessaa…
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2013 (FBC) – Jiraattoonni Godina Daawuroo milkaa’ina gaggeessummaa Muummee Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad deeggaruuf hiriira deeggarsaa gaggeessaa…
Jilli obbo Umar Huseeniin durfamuu aanaa Geeraatti hojii qonnaa daawwataa jira
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2013 (FBC)- Jilli Minstira Ministeera Qonnaa obbo Umar Huseeniin durfamuu godina Jimmaa aanaa Geeraatti daawwannaa hojiiwwan qonnaa taasisaa jira.
Jilli kun…
Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Jaayaals Misheed waliin mari’atan
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2013 (FBC)- Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti ergamaan addaa Ityoophiyaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Gargaaraa Barreessaa Olaanaa Dhaabbata…
ABUT dhabamsiisuun nageenya Baha Afrikaaf murteessadha – Dooktar Abiy
Finfinnee, Gurraandhala 1, 2013 (FBC) - ABUT dhabamsiisuun nageenya Ityoophiyaafis ta'ee Baha Afrikaaf murteessa ta'uu Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsaniiru.
Dooktar Abiy…
Ityoo Teeleekoom buufataalee Riijiinii Kaabaa jiran 365 tajaajila sagalee moobaayilaa fi bilbila…
Finfinnee, Gurraandhala 1, 2013 (FBC) - Ityoo Teeleekoom buufataalee Riijiinii Kaabaa jiran 365 tajaajila sagalee moobaayilaa fi bilbila idilee eegalchiisuu beeksiiseera.
Dhaabbatichi…