Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gurgurtaa boba’aa qinxaaboo irratti sirreefamni taasifame
Finfinnee, Amajjii 30, 2013 (FBC) – Ministeerrii Daldalaa fi Indaastirii Amajjii 30 hanga Guraandhala 30, 2013 jalqabe gurgurtaa boba’aa qinxaaboo irratti sirreefamni taasifamuu beeksise.…
Jiraattoonni naannoo Hararii, Jigjigaa fi magaalaa Waraabee hiriira deeggarsaa MM Dr. Abiy Ahimadiif…
Finfinnee, Amajjii 30, 2013 (FBC) – Jiraattoonni naannoo Hararii, Jigjigaa fi magaalaa Waraabee hiriira deeggarsaa Muummee Ministiraa Dooktar Abiy Ahimadiif gaggeessan.
Hiriira…
Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad warshaa zayita nyaataa Fibeelaa eebbisan
Finfinnee, Amajjii 30, 2013 (FBC) –Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad warshaa zayita nyaataa Fibeelaa eebbisan.
Warshaan zayitaa kunis lafa heektaara 30 irratti baasii birrii…
Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Ministiirri Paarkii Indaasitirii Qindaa’aa Buree eebbisan
Finfinnee, Amajjii 30, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Ministiirri Paarkii Indaasitirii Qindaa’aa Buree eebbisan.
Eebba Paarkii kanaa irratti Itti Aanaa Muummee…
Sagantaan Nyaata Addunyaa Ityoophiyaatti deeggarsa namoomaa taasiisuuf Doolaara miiliyoona dhibba 4…
Finfinnee, Amajjii 29, 2013 (FBC) - Sagantaan Nyaata Addunyaa naannoo Tigraayitti deeggarsa namoomaa qaqqabsiisuuf tajaajila geejjibaa fi Loojistiksii kan dhiyeessu ta'uu beeksiseera.…
Naannoo Tigraayiitti lammiilee miiliyoona 1.7f deeggarsi namoomaa qaqqabe – Aadde Mufariyaat…
Finfinnee, Amajjii 29, 2013 (FBC) - Naannoo Tigraayiitti lammiileen miiliyoonni 1.7f deeggarsa namoomaa akka argatan taasiifamuu Ministirri Ministeera Nageenyaa Aadde Mufariyaat Kamiil…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 570 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Amajjii 29, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 570 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 9 darbeera.
Sa'aatii 24 darbetti…
Hoggantoonni olaanoon Siyaasaa fi waraanaa 420 fi miseensonni garee ABUT 682 yakka raawwataniin…
Finfinnee, Amajjii 29, 2013 (FBC) - Hoggantoonni olaanoon Siyaasaa fi waraanaa 420 fi miseensonni garee ABUT 682 yakka raawwataniin seeraan akka itti gaafatamaniif hojiin ragaa walitti qabuu…
Naannoo Oromiyaatti Hoteeloota ulaagaa of eeggannoo Covid-19 guutaniif waraqaan ragaa laatame
Finfinnee, Amajjii 29, 2013 (FBC) - Naannoo Oromiyaatti Hoteeloota ulaagaa of eeggannoo Covid-19 guutaniif waraqaan ragaa laatamuu eegaluu Ministeerri Aadaa fi Tuuriizimii beeksiise.…
Daandiin Qilleensichaa talaallii vaayrasii koroonaa gara Afrikaatti imalchiisuu eegale
Finfinnee, Amajjii 29, 2013 (FBC)-Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa talaallii vaayrasii koroonaa gara Afrikaatti imalchiisuu eegaluu beeksise.
Daandiin qilleensichaa fuula…