Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jilli obbo Dhaabaa Dabaleetin durfamuu aanaa Ginda Barat Gandatti hojiin misooma sululaa hojjetamaa…
Finfinnee, Amajjii 29, 2013 (FBC)- Jilli hogganaa Biiroo Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa Oromiyaa obbo Dhaabaa Dabaleetin durfamuu aanaa Ginda Barat ganda Coommee Mana Ergaatti hojiin misooma…
Jilli obbo Uumaar Huseeniin durfamuu Goodee lixaatti oomisha qamadii daawwate
Finfinnee, Amajjii 29, 2013 (FBC)- Jilli Ministirri Ministeera Qonnaa obbo Uumaar Huseeniin durfamuu fi itti aanaan preezdaantii naannoo Somaalee obbo Ibraahiim Usmaan Goodee lixaatti…
Dooktar Abiy Ahimadii fi jilli isaanii Yaa’ii hoggantoota Gamtaa Afrikaa 34ffaarratti hirmaacha jiru
Finfinnee, Amajjii 29, 2013 (FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi jilli isaanii Yaa’ii hoggantoota Gamtaa Afrikaa 34ffaa irratti hirmaacha jiru.
Yaa’iichi har'a kan…
Kolleejjii poolisii Oromiyaa wiirtuu leenjii damee Bulbulaa milishoota 807 eebisiise
Finfinnee, Amajjii 29, 2013 (FBC)- Godina Arsii Lixaatti Koolleejjii poolisii Oromiyaa wiirtuu leenjii damee Bulbulaa marsaa 2ffaan milishoota 807 eebisiiseera.
Sirna eebbichaarratti…
Aanaa Coobiitti proojaktiin biishaan dhugaatii baasii Birrii miiliyoona 21 ijaarrame eebbifame
Finfinnee, Amajjii 29, 2013 (FBC)- Naannoo Oromiyaa godina Shawaa lixaa aanoo Coobiitti proojaktiin biishaan dhugaatii baasii Birrii miiliyoona 21 ijaarrame eebbifameera.
Proojaktichi…
Jilli aadde Mufariyaat Kaamiiliin durfamu Maqalee gale
Finfinnee, Amajjii 29, 2013 (FBC)- Jilli Ministira Ministeera Nageenyaa aadde Mufariyaat Kaamiiliin durfamuu haala kenninsa deeggarsa namoomaa naannoo Tigraayitti taasifamaa jiru…
Daandiin Qilleensichaa imaltoosaaf maaddii uumamaa biyya keessaa qooduu eegale
Finfinnee, Amajjii 29, 2013 (FBC)- Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa imaltoosaaf maaddii uumamaa biyya keessaa qooduu eegaleera.
Daandii qilleensicha mata duree ‘Daandii Qilleensa…
Ityoophiyaanoonni 336 Saa’ud Arabiyaarra gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Amajjii 29, 2013 (FBC)-Lammileen Ityoophiyaa 336 Saa’ud Arabiyaarra gara biyyaa deebi’aniiru.
Bakka bu’aan daayreektara jeneraalaa dhimmoota Qonsilaa Ministiraa Dhimma Alaa…
Preezdaantiin Demokraatik Rippabiliik Koongoo Finfinnee gala
Finfinnee, Amajjii 29, 2013 (FBC)- Preezdaantiin Demokraatik Rippabiliik Koongoo Feeliks Shiiseekaand har’a Finfinnee galaniiru.
Preezdaantii FDRI Saahilawarq Zawdee dabalatee…
Qorannoon mata duree ‘Ijaarsa Biyyaa fi Adeemsa Mootummaa Dimokraatessuu Ityoophiyaatti Ga’ee…
Finfinnee, Amajjii 29, 2013 (FBC)- Qorannoon mata duree 'Ijaarsa Biyyaa fi Adeemsa Mootummaa Dimokraatessuu Ityoophiyaatti Ga’ee Oromoo' jedhuun qophaa’e Finfinnee Hoteela Iskaay…