Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni marichaa boruu walga’ii idileesaa ni gaggeessa
Finfinnee, Amajjii 26, 2013 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Uummata walga’ii idilee waggaa 6ffaa bara hojii 10ffaa boruu ni gaggeessaa.
Galmaa walga’ii Waajjira Muummee…
Ambaasaaddar Reedwaan jila Paartii Yuunaayiiid Raashiyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 26, 2013 (FBC) - Ministir Deettaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Reedwaan Huseen jila Paartii ‘Yuunaaytiid Raashiyaa’ waliin mari’ataniiru.
Jilli itti aanaa…
Jiraattonni godina Shawaa Kaabaa proojekti Maaddii Biyyaaf Birrii miiliyoona 8 fi kuma dhibba 5ol…
Finfinnee, Amajjii 26, 2013 (FBC)- Jiraattonni godina Shawaa Kaabaa proojekti Maaddii Biyyaaf Birrii miiliyoona 8 fi kuma dhibba 5 ol walitti qabaniiru.
Galii kanas walitti kan qaban…
Naannoo Tigraayin dabalatee iddoowwan deeggarsi namoomaa barbaachisutti hojiiwwan hojjetamaa jiran…
Finfinnee, Amajjii 26, 2013 (FBC)- Naannoo Tigraayiin dabalatee iddowwan deeggarsi namoomaa barbaachistutti hojiiwwan hojjetamaa jiran cimee itti fufuu Ministeerri Nageenyaa beeksise.…
Seektaraalee magaalota Oromiyaa baatiwwan 6 keessaatti galiin Birrii biiliyoonni 16 ol walatti…
Finfinnee, Amajjii 26, 2013 (FBC)- Seektaraalee magaalota Oromiyaatti baatiwwan 6 keessaatti galiin Birrii biiliyoonni 16 ol walatti qabamuu itti aantuu Preezdaantii fi Qindeessituu…
Godina Matakkalitti gamaaggamni raawwii hojii olaantummaa seeraa mirkaneessu gaggeeffame
Finfinnee, Amajjii 26, 2013 (FBC) - Koreen Humna Qindoomaa godina Matakkal gamaaggama raawwii hojii olaantummaa seeraa mirkaneessu raawwatame gaggeessaa jira jedhame.
Godinichaatti…
Magaalichatti manneen gandaa seeraan alaa qabamanii turan harka qalleeyyif dabarfaman
Finfinnee, Amajjii 26, 2013 (FBC)-Magaalaa Finfinneetti karaa seeraan alaatin manneen gandaa qabamanii turan gadi lakkisiisuun jirattoota magaalichaa rakkoof saaxilamaanif kan darbarfamaan…
Paartiin Badhaadhinaa fi Paartiin Yuunaaytiid Raashiyaa waloon hojjechuuf waliigaltee mallateessan
Finfinnee, Amajjii 26, 2013 (FBC)- Paartiin Badhaadhinaa fi Paartiin Yuunaaytiid Raashiyaa dhimmota waloorratti waliin hojjechuuf waliigaltee mallateessaniiru.
Waliigaltichi hariiroo…
Hojimaata diinagdee qonnaa foyyeessun gara hojiitti kan galuu sirni liizii faayinaansii haala…
Finfinnee, Amajjii 26, 2013 (FBC)- Hojimaata diinagdee qonnaa foyyeessuun gara hojiitti kan galuu sirni liizii faayinaansii haala qabatamaa Ityoophiyaa tilmaama keessa kan galchee ta’u akka…
Magaalaa Maqaleetti adeemsi baruu fi barsiisuu Gurraandhala 1, 2013 ni eegala jedhame
Finfinnee, Amajjii 26, 2013 (FBC) – Duula olaantummaa seeraa mirkaneessuu fi sababa weerara vaayrasii koroonaan adda cite kan ture adeemsi baruu fi barsiisuu Gurraandhala 1, 2013 magaalaa…