Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Weerarri Sudaan Ityoophiyaarratti raawwatte dogongora seenaati – Ambaasaaddar Yibalxaal…
Finfinnee, Amajjii 27, 2013 (FBC) – Weerarri Sudaan Ityoophiyaarratti raawwatte hariiroo biyyoonni lamaan bara dheeraaf qabaniin wayita madaallamu dogongora seenaati jedhan Sudaaniiti…
Sirni gaggeessa waancaa Hidha haaromsaa taasiifame
Finfinnee, Amajjii 27, 2013 (FBC) – Waancaan Hidha Haaromsa Guddicha Ityoophiyaa turtii isaa Finfinnee xumuruun gara Dirree Dawaatti gaggeeffame.
Saganticharratti itti aantuun…
Jijjiirama wareegamaan dhufe tiksuuf uummanni gatii barbaachisaa ta’e kaffaluuf qophii…
Finfinnee, Amajjii 27, 2013 (FBC) – Jijjiirama wareegamaan dhufe tiksuuf uummanni gatii barbaachisaa ta'e kaffaluuf qophii ta'uu ifatti agarsiiseeraa jedhan Itti Gaafatamaan Waajira…
Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa waltajii idilee 10ffaa bara hojii 6ffaa waggaa 5ffaa har’a…
Finfinnee, Amajjii 27, 2013 (FBC) - Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa waltajii idilee 10ffaa bara hojii 6ffaa waggaa 5ffaa har’a galma walga'ii Waajjira Muummee Ministiraatti…
Waltajjiin Marii Addis Wag waajjira muummee ministiraatti ni gaggeeffama
Finfinnee, Amajjii 27, 2013 (FBC) - Waltajjiin Marii Addis Wag Waajjira Muummee Ministiraatti ni gaggeeffama jedhame.
Marichi mata duree 'daandii Kominiikeeshinii filannoo nagaa fi…
Faawundeeshiniin Dooktar Ambaachaw Makonniin hundaa’e
Finfinnee, Amajjii 26, 2013 (FBC) - Faawundeeshiniin preezdaantii naannoo Amaaraa duraanii Dooktar Ambaachaw Makonniin ifatti hundaa'e.
Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee aadde…
Obbo Dammaqaan haala waqtaawaa naannoo Tigraay ministiroota dhimma alaa Afrikaaf ibsa taasiisan
Finfinnee, Amajjii 26, 2013 (FBC) - Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin haala waqtaawaa naannoo Tigraay ministiroota Dhimma Alaa…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 547 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Amajjii 26, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 547 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 6 darbeera.
Sa'aatii 24 darbetti…
Shakkamtoonni Imbaasii Immireetoota Araba Gamtoomanii Finfinneetti argamurratti haleellaa…
Finfinnee, Amajjii 26, 2013 (FBC) - Shakkamtoonni Imbaasii Immireetoota Araba Gamtoomanii Finfinneetti argamurratti haleellaa shororkeessummaa raawwachuuf socho'aa turan 15 to'annoo jala…
Dooktar Abiy Ahimad Imanu’eel Maakroon waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 26, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad preezdaantii Faransaay Imanu’eel Maakroon waliin bilbilaan mari’ataniiru.
Dooktar Abiy fuula…