Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dooktar Abiy Ahimad Chaansilara Jarman Angeelaa Maarkeel waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 25, 2013 (FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad haala waqtaawaa biyyaa fi naannoo dabalatee vaayrasii koroonaarratti Chaansilara Jarman Angeelaa Maarkeel…
Manni marichaa walga’ii idilee 9ffaa har’a gaggeesseen wixineewwan labsii shan qorachuun raggaasiise
Finfinnee, Amajjii 25, 2013 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii idilee 9ffaa har’a gaggeesseen wixineewwan labsii shan qorachuun kan raggaasiise yoo ta’u, tokko…
Godina Arsii Lixaa Aanaa Nansabootti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 16 darbe
Finfinnee, Amajjii 25, 2013 (FBC)-Godina Arsii Lixaa Aanaa Nansabootti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 16 darbuu Qajeelchi Poolisii Godinichaa ibseera.
Itti gaafatamaan…
Ambaasaaddar Jamaal Bakar daayreektara Ministeera Dhimma Alaa Afroo Isyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 25, 2013 (FBC)-Baahireenitti Hoogganaan Waajjira Qonsilaa FDRI Ambaasaaddar Jamaal Bakar Baahireetti daayreektara daayreektooreeti Ministeera Dhimma Alaa Afroo Isyaa…
Dooktar Abiy hiriira deeggarsa guutuu Oromiyaatti taasiifame galateeffatan
Finfinnee, Amajjii 25, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad hiriira deeggarsaa guutuu Oromiyaatti ba’ameef galateeffataniiru.
Dooktar Abiy ‘sagalee deeggarsaa…
Gujii Lixaatti deegarsi hoggansa jijjiirramaa gaggeeffame
Finfinnee, Amajjii 25, 2013 (FBC) – Godina Gujii Lixaa magaalaa Bulee Horaatti hiriirri deeggarsaa hoggansa jijjiiramaa gaggeeffameera.
Hiriira kanarratti jiraattoonni aanaalee…
Boordichi labsii Filannoo, galmee paartilee siyaasaa fi namuusa filannoorratti fooyya’iinsa taasiisa
Finfinnee, Amajjii 25, 2013 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessaa labsii Filannoo, galmee paartilee siyaasaa fi namuusa filannoo lakkoofsa 1162/2011 keewwata 31/3 irratt fooyya’iinsa…
Jiraattonni magaalaa Gimbii hiriira deeggarsa Dooktar Abiy Ahimadiif ba’an
Finfinnee, Amajjii 25, 2013 (FBC)- Jiraattonni aanaalee Wallaggaa Lixaa fi magaalaa Gimbii deeggarsaa fi tumsa hooggansa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadiif hiriira…
Sosochiin biyyaalessaa ‘akka isin tajaajilluuf haguuggii fuulaa godhadhaa’ manneen barnootaa…
Finfinnee, Amajjii 25, 2013 (FBC) – Sosochiin biyyaalessaa ‘akka isin tajaajilluuf haguuggii fuulaa godhadhaa’ manneen barnootaa keessatti ifatti eegalameera.
Sosochicha Ministeerr…
Mariin Hidha Haaroomsaa Guddichaa karaa sirrii ta’een hooggansa Gamtaa Afrikaatiin akka itti fufuu…
Finfinnee, Amajjii 25, 2013 (FBC)- Ambaasaaddarri Ministeera Dhimmaa Alaa Ambaasaaddar Diinaa Muftiin hojiiwwan diippiloomaasii Ityoophiyaa ilaalchisee ibsa torbe laataniiru.…