Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godinaalee Harargee Bahaa fi Lixaatti hiriirri deeggarsaa Dooktar Abiy gaggeeffame
Finfinnee, Amajjii 25, 2013 (FBC) – Aanaalee fi Magaaloota Godina Harargee Bahaa fi Lixaa garaagaraa keessatti hiriirri deeggarsa Muummee Ministiraa Dooktar Abiy Ahimadiif ba’ameera.…
Giiftii Dureen Zinnaash Taayyachaw Giddugala Faawundeeshiinii Dibooraatti ijaarsa mana barumsaa…
Finfinnee, Amajjii 25, 2013 (FBC) – Giiftii Dureen Zinnaash Taayyachaw giddugala Faawundeeshiinii Dibooraatti ijaarsa mana barumsaa fedhii addaa eegalchiisaniiru.
Waajjirri Giiftii…
Ambaasaaddar Reedwaan Gaanfa Afrikatti ergamaa addaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii waliin…
Finfinnee, Amajjii 25, 2013 (FBC) – Ministir Deettaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Reedwaan Huseen Gaanfa Afrikatti ergamaa addaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Paarfaayit…
Namoonni dhuunfaan miidiyaa hawaasaan odeeffannoo sobaa tatamsaasaa turan karaa seeraan alaa biyyaa…
Finfinnee, Amajjii 25, 2013(FBC) – Namoonni dhuunfaan miidiyaalee hawaasummaan maqaa Raayyaa Ittisaa gurraachessuu fi tokkummaa biyyaa balaarra buusuuf odeeffannoo sobaa…
Jiraattonni godina Shawaa Kibbaa Lixaa fi magaalaa Walisoo hiriira deeggarsa MM Dooktar Ahimadiif…
Finfinnee, Amajjii 26, 2013 (FBC)- Jiraattonni godina Shawaa Kibbaa Lixaa fi magaalaa Walisoo hiriira deeggarsa hooggansa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Ahimadiif ba’aaniiru.…
Jiraattonni magaalaa Yaa’abal’oo MM Dooktar Abiy Ahimadiif hiriira deeggarsaa bahaan
Finfinnee, Amajjii 26, 2013 (FBC)- Jiraattonni godina Booranaa magaalaa Yaa’abal’oo hooggansa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadiif hiriira deeggarsaa ba’aaniiru.
Jiraattonni…
Jiraattonni magaalaa Naqamtee hiriira deeggarsaa MM Dooktar Abiy Ahimadiif bahaan
Finfinnee, Amajjii 26, 2013 (FBC)- Jiraattonni magaalaa Naqamtee fi aanaalee godina Wallaggaa Bahaa deeggarsa Hoggansa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadiif qabaan hiriira…
Jiraattonni godina Buunnoo Beddellee hiriira deeggarsaa ba’aan
Finfinnee, Amajjii 26, 2013 (FBC)- Jiraattonni godina Buunnoo Beddellee deeggarsaa Muummee Ministira Dooktar Abiy Ahimadiif qaban hiriira ba’uun ibsaniiru.
Jiraattonni kunneen…
Hiriirri deeggarsa Dooktar Abiy Godina Jimmaa aanaalee garaagaraa fi magaalaa Jimmaatti gaggeeffame
Finfinnee, Amajjii 25, 2013(FBC) – Hiriirri deeggarsaa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Godina Jimmaa aanaalee garaagaraa fi magaalaa Jimmaatti gaggeeffameera.…
Magaalaa Galaanitti hiriirri deeggarsa Dooktar Abiy gaggeeffame
Finfinnee, Amajjii 25, 2013(FBC) – Jijjirama hoggaansa Muummee Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Ityoophiyaa keessatti fidan tumsuun jiraattootni Magaalaa Galaan hiriira deegarsa…