Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sirna demookraasii mirkaneessuuf olaantummaan seeraa kabajamuu qaba -MM Dooktar Abiy
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2013 (FBC) – Sirna demookraasii heera mootummaarratti hundaa’eetti ce’uuf olaantummaa seeraa kabachiisuun kan itti fufu ta’uu Muumeen Ministiraa FDRI Dooktar…
Sudaan daangaa naannoo Gadaariif Ityoophiyaa waliin qabdu cufte
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2013 (FBC) - Sudaan daangaa naannoo Gadaariif Ityoophiyaa waliin qabdu cufuu ishee beeksiifte.
Mootummaan Ityoophiyaa garee finxaaleeyyi ABUT…
Hawaasni shira finxaaleeyyii fashaleessuuf guyyaa tokkotti eeruu kuma 2 ol laateera – Aadde Adaanach…
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2013 (FBC) – Hawaasni shira finxaaleeyyii fashaleessuuf guyya tokkotti eeruu kuma 2 ol laachuu itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee…
Daandiin qilleensichaa xiyyaaroota Eerbaasii haaraa A -350 jedhaman 2 fudhate
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2013 (FBC) – Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa xiyyaaroota Eerbaasii haaraa A -350 jedhaman 2 har’a fudhate.
Xiyyaaroon kunneen har’a Buufata…
Kutaa bulchiinsa Niifaas Silki Laaftootti meeshaaleen waraanaa garaagaraa to’atame
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinnee kutaa bulchiinsa Niifaas Silki Laaftootti meeshaaleen waraanaa manneen jireenyaa lama keessatti kuufamanii turan to’ataman.…
ABO shaneerratti tarkaanfiin fudhatamaa jira – Komishinii Poolisii Oromiyaa
ABO shaneerratti tarkaanfiin fudhatamaa jira - Komishinii Poolisii Oromiyaa
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2013 (FBC) – Miseensoomnni ABO shanee 24 ajjeefamuu Komishiniin…
Yuunvarsiitiin mootummaa naannoo Oromiyaa ijaarsa biyyaarratti kora gaggeessaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2013 (FBC) – Yuunvarsiitiin mootummaa naannoo Oromiyaa kora ijaarsa biyyarratti xiyyeeffatu magaalaa Adaamaatti gaggeessaa jira.
Yuunvarsiitiin…
MM FDRI Dooktar Abiy yakkamtoota waliin maqaa araaraan marii hin teenyu jedhan
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahmad yakkamtoota waliin maqaa araaraan marii hin teenyu jedhan.
Dooktar Abiy qaamolee…
Bulchiinsi yeroo naannoo Tigraayitti hundaa’u mirga ummanni ofiin of bulchuu qabu kan kabachiisu…
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2013 (FBC) – Bulchiinsi yeroo naannoo Tigraayitti hundaa’u mirga ummanni ofiin of bulchuu qabu kan kabachiisu ta’a jedhan Af yaa’iin Mana Maree Federeeshinii…
Naannoo Kibbaatti namoonni meeshaalee waraanaa seeraan alaa daddabarsuun shakkaman to’ataman
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2013 (FBC) – Naannoo Kibbaa godinaalee garaagaraatti namoonni meeshaalee waraanaa seeraan alaa daddabarsuun shakkaman 7 to’atamu Komishiniin Poolisii naannichaa…