Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni marichaa mootummaan federaalaa naannoo Tigraay gidduu akka galuu fi bulchiinsi yeroo akka…
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2013 (FBC) - Manni Maree Federeeshinii FDRI mootummaan federaalaa naannoo Tigraay gidduu akka galuu fi bulchiinsi yeroo akka hundaa’u sagalee guutuun…
Humnoonni Badii garee Finxaaleeyyii ABUT irraa ergma fudhachuun gocha sukkaneessaa raawwachuuf…
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2013 (FBC) -Humnoonni Badii garee finxaaleeyyii ABUT irraa ergma fudhachuun kutaa biyyattii garaagaraatti gocha sukkaneessaa raawwachuuf socho'aa turan to'atamu…
Duulli marsaa jalqabaa garee ABUT irratti fudhatame milkiin xumuramu Dooktar Abiy ibsan
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2013 (FBC)- Duulli marsaa jalqabaa garee ABUT irratti fudhatame milkiin xumuramu Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad ibsaniiru.
Humni Qilleensaa…
Af Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa obbo Taaggasaa Caafoo jila itti aanaa ministeera…
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2013 (FBC)- Af Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa obbo Taaggasaa Caafoo jila itti aanaan Ministira Ministeera Nageenyaa Israa’eel Gaadii Vaarkaan waliin…
Daddabarsa raabsaa fi haala bittaaf gurgurtaa oomisha boba’aarratti to’annaan taasifama jira
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2013 (FBC)- Daddabarsa raabsaa fi haala bittaaf gurgurtaa oomisha boba’aarratti, to’annaa cimaa taasisuuf daangaan yeroo akka ka’amuu Ministeerri Daldalaa fi…
Mootummaan federaalaa olaantummaa seeraa kabachiisuuf hojjechaa jira – Waajjira Muummee Ministiraa
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2013 (FBC) - Mootummaan federaalaa olaantummaa seeraa kabachiisuuf karoorfatee hojjechaa jiraachuu Waajjirri Muummee Ministiraa beeksiseea.
…
Ityoophiyaa fi Israa’eel damee nageenya saaybariin waliin hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2013 (FBC) - Ityoophiyaa fi Israa’eel damee nageenya saaybariin waliin hojjechuuf waliigalteera ga’aniiru.
Daayreektarri olaanaa Eejansii Nageenya…
Ityoophiyaan yakkamaaf bakka hin qabdu-Dr Abiy
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ityoophiyaan qaama yakkamaa ta’eef bakka hin qabdu jedhaniiru.
Dooktar Abiy fuula Twiitara isaanitiin…
Ityoophiyaa fi Ostiriyaan waliigaltee Tajaajila Balallii Qilleensaa mallatteessa
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2013 (FBC) - Ityoophiyaa fi Ostiriyaan waliigaltee Tajaajila Balallii Qilleensaa mallatteessa.
Ityoophiyaa fi Ostiriyaan waliigaltee Tajaajila Balallii…
Aadde Adaanach dhimma waqtaawaa biyyarratti hoggantoota yaa’ii Dhaabbilee amantaa waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2013 (FBC)-Itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee dhimma waqtaawaa biyyarratti hoggantoota yaa’ii Dhaabbilee Amantaa waliin…