Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Raayyaan Ittisaa Biyyaa tarkaanfiin kaaba Ityoophiyaatti fudhachaa jiru ifaa fi kaayyoo kan…
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2013 (FBC)- Raayyaan Ittisaa Biyyaa tarkaanfiin kaaba Ityoophiyaatti fudhachaa jiru ifaa fi kaayyoo kan qabu ta’uu Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad…
ABUT magaalotaa gurguddoo keessaatti haleellaa raawwachuuf gareen bobbaase to’atama jiru
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2013 (FBC)- ABUT magaalotaa gurguddoo keessaatti haleellaa raawwachuuf gareen bobbaase to'atama jiraachuu Poolisiin Federaalaa beeksise.
Komiishinarri…
Yaada ga’een ogeessoota Gamtaa Afrikaa ol haa ka’u jedhuun, Gibts irratti otuu walii hin galiin…
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2013 (FBC) - Maree sadeenii Hidha Haaromsaan yaada ga’een ogeessoota Gamtaa Afrikaa ol haa ka’u jedhuun, Gibts irratti otuu walii hin galiin hafuu ishee…
Tarkaaffiin Raayyaan Ittisa Biyyaa garee ABUT irratti fudhataa jiru sirrii ta’uu paartiileen…
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2013 (FBC) – Paartiileen morkattootaa naannoo Soomaalee tarkaaffiin Raayyaan Ittisa Biyyaa garee Finxaaleeyyii ABUT irratti fudhataa jiru sirrii ta’uu ibsan.…
Barnoota bara 2013 Onkololeessa 30,2013 eegaluuf ture yeroo hin murtoofnef dheereeffamu ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2013 (FBC)- Barnoota fulaa fi fulaa bara 2013 Onkololeessa 30,2013 eegaluuf ture yeroo murtoofnef dheereeffamuu Biiroon Barnootaa magaalaa Finfinnee…
Jaarsoliin biyyaa naannoo Somaalee nageenyaa biyyattii fi naannichaa cimsuuf tattaaffii taasifamuuf…
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2013 (FBC)- Af Yaa’iin Mana Maree Federeeshinii obbo Adam Faaraa fi Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shidee dhimmoota waaqtawaa biyyattiifi…
Biiroon Misooma Qabeenya Bishaanii fi Inarjii Oromiyaa dhimma misooma bishaanii, qulqullina naannoo…
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2013 (FBC) - Biiroon Misooma Qabeenya Bishaanii fi Inarjii Oromiyaa dhimma misooma bishaanii, qulqullina naannoo fi dhuunfarraatti marii gaggeessaa jira.…
Buufataaleen Xiyyaaraa Maqalee, Shiree, Aksumii fi Humaraa balalliif cufaa ta’uu isaanii ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2013 (FBC) - Buufataaleen Xiyyaaraa Maqalee, Shiree, Aksumii fi Humaraa balalliif cufaa ta’uu Abbaan Taayitaa Siiviil Ayiveeshinii Ityoophiyaa beeksise.…
Mamiltoonni lakkooftu duraa kaffaltiif qophii akka taasisan ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2013 (FBC)- Maamiloota kaffalti lakkooftu duraa kaffaluf dursanii akka qophaa’an Tajaajilli Elektirika Ityoophiyaa beeksiseera.
Tajaajilli Elektirika…
Sudaan daangaa naannoo Sakalaa Ityoophiyaa waliin qabdu cufte
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2013 (FBC) - Sudaan daangaa bulchiinsa Sakalaa Ityoophiyaa waliin wal daangeessitu cufuu beeksifte.
Guyyaa kaleessaa eegalee Sudaan iddoolee Ityoophiyaan wal…