Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Oromiyaatti namoonni dabalata 102 vaayrasii koroonaatin qabaman
Finfinnee, Onkokoleessa 26, 2013 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 102 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame.
Naannichaatti sa’aa 24…
Bara baajataa kanatti qabiyyee lafaa kuma dhibba 3 fi kuma 50 galmeessuu fi mirkaneessuuf…
Finfinnee, Onkokoleessa 26, 2013 (FBC) – Bara baajataa kanatti qabiyyee lafaa kuma dhibba 3 fi kuma 50 galmeessuu fi mirkaneessuuf karoorfamuu Ejansiin Galmeessa Qabeenya Lafaa fi…
Mejar Jeneraal Alamsheet Daggifee gara Raayyaa Ittisa Biyyatti akka deebi’aan waamichi dhiyaateef.
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2013 (FBC)-Mejar Jeneraal Alamsheet Daggifee gara Raayyaa Ittisa Biyyatti akka deebi’aan waamichi dhiyaateef.
Mejar Jeneraal Alamsheet Daggifee gara Raayyaa…
Ministeerri nageenyaa haala yeroorratti ibsa kenne
Finfinnee, Onkokoleessa 26,2013 (FBC) – Ministeerri nageenyaa haala yeroo ilaalchisuun ibsa laateera.
Imalli jijiirramaa Ityoophiyaa yeroo ammaa wareegama lammiileen biyyattii…
Itti Aanaan Muummee Ministiraa Dammaqaa Mokonnin Itti Aanaa Ministira Nageenyaa Israa’eel Gaadii…
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2013 (FBC) - Itti Aanaan Muummee Ministiraa Dammaqaa Mokonnin Itti Aanaa Ministira Nageenyaa Israa’eel Gaadii Yivaarkaan waliin mari’taniiru.
Aanga’oonni…
Naannoo Oromiyaatti Kompaayineroonni 380 ol sassaabbii oomishaarratti bobba’anii argamu jedhame
Finfinnee, Onkokoleessa 26,2013 (FBC) –Kompaayineroonni 380 ol sassaabbii oomishaarratti bobba’ee jiraachuu Biiroon Qonnaa fi qabeenya Uumamaaa Oromiyaa beeksise.
Jilli…
Abbaan Alangaa Waliigalaa federaalaa labsii yeroo ariifachiisaa irratti ibsa laate
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2013 (FBC) - Abbaan Alangaa Waliigalaa federaalaa labsii yeroo ariifachiisaa irratti ibsa laate.
Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa labsii yeroo ariifachiisa…
Manni Maree Federeeshinii walga’ii ariifachiisaa Sanbata dhufu ni gaggeessa
Finfinnee, Onkokoleessa 26,2013 (FBC) – Manni Maree Federeeshinii FDRI walga’ii ariifachiisaa onkololeessa 28, 2013 ni gaggeessa.
Manni Maree Federeeshinii FDRI walga’ii bara…
Manni marichaa boordii sakattoo hojiirra oolmaa labsii yeroo ariifachiisaa hundeesse
Finfinnee, Onkokoleessa 26,2013 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa boordii sakattoo hojiirra oolmaa labsii yeroo ariifachiisaa hundeesse.
Manni marichaa boordii…
Ministeerri Barnootaa Abbootii Amantaa waliin marii’achaa jira
Ministeerri Barnootaa Abbootii Amantaa waliin marii’achaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2013 (FBC) - Ministeerri Barnoota sababa weerara covid 19n adda cite kan ture barnoota idilee…