Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa labsii yeroo ariifachiisa Manni Maree Ministeeroota baase…
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2013 (FBC) - Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa labsii yeroo ariifachiisa Manni Maree Ministeeroota baase raggasise.
Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii…
Maayik Poompeeyoon haleellaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Ityoophiyaarratti raawwatame balaaleeffatan
Finfinnee, Onkokoleessa 26,2013 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ameerikaa Maayik Poompeeyoon haleellaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Ityoophiyaarratti raawwatame balaaleeffatan.…
Manni Maree Federeeshinii sabaa fi sablammiieen biyyatti Raayyaa Ittisaa Biyyattii walliin…
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2013 (FBC) - Manni Maree Federeeshinii sabaa fi sablammiieen biyyatti Raayyaa Ittisaa Biyyattii walliin dhaabbachuun deeggarsa barbaachisu akka taasisu waamicha…
Tasgabbiin Ityoophiyaa naannichaaf murteessaa ta’uu Antooniyoo Guutaareez ibsan
Finfinnee, Onkokoleessa 26,2013 (FBC) – Nageenyaa fi tasgabbii Ityoophiyaa mirkaneessuun naannichaaf murteessaa ta’uu barreessaa olaanaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo…
Nageenyaa fi dhiyeessii deeggarsa namoomaa ummata Siiviilii naannoo Tigraay mirkaneessuun…
Finfinnee, Onkokoleessa 26,2013 (FBC) - Nageenyaa fi dhiyeessii deeggarsa namoomaa ummata Siiviilii naannoo Tigraay mirkaneessuun barbaachisaa ta’uu Koomishiniin Mirga Namoomaa Ityoophiyaa…
ABUT irraa ergama badii fudhatanii Naannoo Gambeellaatti Sabaa fi Sablammoota walitti buusuuf…
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2013 (FBC) - ABUT irraa ergama badii fudhatanii Naannoo Gambeellaatti Sabaa fi Sablammoota walitti buusuuf socha’aan turan jechuun namoonni shakkaman too’annoo…
Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii idilee har’a ni gaggeessa
Finfinnee, Onkokoleessa 26,2013 (FBC) - Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI walga’ii idileesaa har’a ni gaggeessa.
Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii idilee 3ffaa…
Lammiin hundi biyyaa fi lammiif dursa laachuu akka qabu Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaa…
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2013 (FBC) – lammiin hundi biyyaa fi lammiif dursa laachuu akka qabuu Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa yaadachiisaan.
Yaa’ichi haala yeroorratti ibsa laatera.…
Magaalaa Asoosatti namooni dhoksaan haleellaa raawwachuuf turan 20 to’annaa jala oolan
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2013 (FBC) – ABUT irraa ergama dhokataa fudhachuun namoonni dhuunfaan badii raawwachuuf qophiirra turan 20 guyyaa har’aa to’amuu Komishiniin Poolisiin naannoo…
Bulchiinsi magaalaa Dirree Dawaa tarkaanfii gareen ABUT Raayyaa Ittisa Biyyaarratti fudhate…
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2013 (FBC)- Bulchiinsi Magaalaa Dirree Dawaa tarkaanfii gareen ABUT Raayyaa Ittisa Biyyaarratti fudhate balaaleffateera.
Bulchiinsi magaalicha haala…