Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Haleellaan Raayyaa Ittisa Biyyaarratti raawwatame gochaa ummanni Ityoophiyaa obsaan darbuu hin…
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2013 (FBC) - Haleellaan Raayyaa Ittisa Biyyaarratti raawwatame gochaa ummanni Ityoophiyaa obsaan bira darbuu hin dandeenye ta’uu Manni Maree Bakka Bu’oota…
Hoggantoota raayyaa ittisa biyyaa keessaa hir’ifamanii turaan akka deebi’aan waajjirri Muummee…
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2013 (FBC)-Hoggantoota raayyaa ittisa biyyaa keessaa hir’ifamanii turaan akka deebi’aan waajjirri Muummee Ministira ajaja dabarse.
Ajajoonni gara raayyaa…
Gareen ABUT keessaa jiru raayyaa ittisa biyyaarratti haleellaan raawwate gantummaa weerara alagaa…
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2013 (FBC)- Gareen ABUT keessaa jiru raayyaa ittisa biyyaarratti haleellaan raawwate gantummaa weerara alagaa caaluudha jedhan itti aanaan Muummee Ministiraa obbo…
Shaashimanneetti baalli sammuu namaa hadoochuu ooyruurratti barbada’ee
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2013 (FBC)- Godina Arsii lixaa aanaa Shaashamanneetti miseensonni humna addaa poolisii Oromiyaa fi aanichaan baala sammuu namaa hadoochuu ooyruu irratti…
Shira finxaaShira finxaaleyyii fi gantuun tokkummaan biyyaa hin diigamu Mootummaa Federaalaaleyyii…
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2013 (FBC) – Shira finxaaleyyii fi gantuun tokkummaan biyyaa kan hin diigamne ta’uu Mootummaan Federaalaa Demookraatawaa Riippiblikaa Ityoophiyaa beeksise.…
Mootummoonni naannoo Hararii, Soomaalee fi Gaambeellaa Haala yeroo ilaalchisuun ibsa laatan
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2013 (FBC) – Mootummoonni naannoo Hararii, Soomaalee fi Gaambeellaa tarkaanfii ABUT Raayyaa Ittisa Biyyaa irratti fudhate ilaalchisee ibsa laataniiru.…
Haala yeroo sababeeffachuun nageenya saayibariif of eeggannoon akka taasiifamu Ensichi ibsa laate
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2013 (FBC) - Haala yeroo sababeeffachuun nageenya saaybariif of eeggannoon akka taasiifamu Enjansiin Nageenya Infoormeeshinii yaadachiisa laate.
…
Dhaabbileen barnoota olaanoo barattoonni eebbifamoon mooraa akka seenaniif waamichi dhiyaate yeroof…
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2013 (FBC)- Dhaabbileen Barnoota olaanoo barattoonni eebbifamoon Onkololeessa 23, 2013 irraa eegalee mooraa seenuun gabaasaa akka laataniif waamichi dhiyeessaan…
Raayyaan Ittisa biyyaa haleellaarratti raawwatame fashaleessuun nageenya uumattootaa fi birmaddummaa…
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2013 (FBC)- Raayyaan Ittisa biyyaa haleellaarratti raawwatame fashaleessuun nageenya uumattootaa fi birmaddummaa biyyattii eeguun itti gaafatammummaa isaa ba’aata…
Ministeerri Dhimma Alaa haala waqtaawaa Ityoophiyaarratti hawaasa dippiloomaatikiif ibsa laate
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2013 (FBC)- Dubbi Himaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Diinaa Muftii haala waqtaawaa Ityoophiyaarratti hawaasa dippiloomaatikiif har’a ibsa laataniiru.…