Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Asoosatti namoonni walitti bu’iinsa kakaasuun himatan 32 adabbii hidhaa waggaa 7 hanga waggaa 21tti…
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2013 (FBC) – Manni Murtii olaanaa Federaalaa namoota Waxabajjii 2010 magaalaa Asoosaatti walitti bu’iinsa uumuun himataman 32 addabbii hidhaa wggaa 7-21n…
Manni maricha boruu yaa’ii idileesaa ni gaggeessa
Finfinnee, Onkololeesa 23, 2013 (FBC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI bara hojii 6ffaa walga'ii idilee 2ffaa boruu ni gaggeessa.
Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI bara hojii…
Hojii barnootaa addaan cittee ture jalqabsiisuuf Yuunvarsiitiin Saayinsii fi Teeknolooji Adaamaa…
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2013 (FBC) – Sababa vaayirasii koronaaatin hojii barnootaa addaan cittee ture jalqabsiisuuf Yuunvarsiitiin Saayinsii fi Teeknolooji Adaamaa har'a barattootaa…
Gochaa ABO shanee fi Wayyaaneen Ityoophiyaan hin diiggamtu – obbo Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2013 (FBC) – Gochaa shororkeessummaa ABO shanee fi Wayyaaneen raawwataniin Ityoophiyaan kan hin diiggamne ta’uu Preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa obbo…
Magaalichatti sirna bittaa diriirfameen Birrii biiliyoona 1.8 baraaruun danda’ame
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2013 (FBC) – Dhaabbilee bulchiinsa magaalaa Finfinnee jalatti argaman waliin sirna bittaa diriirfameen Birrii biiliyoona 1.8 mancaatirraa baraaruun danda’amuu…
Bulchiinsi magaalaa Finfinnee raawwii karoora kurmaana 1ffaa bara 2013 irratti hoggantoota…
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2013 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee raawwii karoora kurmaana 1ffaa bara 2013 irratti hoggantoota magaalichaa waliin magaalaa Adaamaatti mari’ataa…
Konfidereeshiini Hojjechiiftoota Indaastirii fi Konfidereeshiini Hojjechiiftoota Ityoophiyaa walitti…
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2013 (FBC) - Konfidereeshiini Hojjechiiftoota Indaastirii fi Konfidereeshiini Hojjechiiftoota Ityoophiyaa walitti makaman.
Konfidereeshiinoonni hojjechiisaa…
Mootummaan naannoo Oromiyaa haala yeroo ilaalchisuun ibsa laate
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2013 (FBC) – Mootummaan naannoo Oromiyaa olaantummaa seeraa kabachiisuuf ummata waliin hojjechaa jiraachuu beeksiseera.
Guutuun ibsichaa haala armaan gadiitiin…
Marii sadee Hidha Haaromsaa ilaalchisee ga’ee ogeeyyii dabalamanii irratti mari’atame
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2013 (FBC) - Marii sadee Hidha Haaromsaa ilaalchisee ga’ee ogeeyyii gamtaa Afrikaan dabalamanii irratti mari’atame.
Ministeerri Bishaan, Jallisii…
Hojiin proojaktii holqawwan daandii baabura Awaash Waldiyaarratti argamu xumurame
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2013 (FBC) – Hojiin proojaktii daandii baabura Awaash Waldiyaarratti kan argaman holqawwan 12n guutummaa guutuutti xumuramuun tajaajilaaf qophii ta’uu ibsameera.…