Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Guyyaan simannaa eebbifamtoota yuunvarsiitiiwwan mootummaa bara 2013 ifoome
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2013 (FBC)- Guyyaan simannaa eebbifamtoota yuunvarsiitiiwwan mootummaa bara 2013 ifoomeera.
1.Haaluma kanaan Onkololeessa 23 fi 24, 2013
Yuunvarsiitii…
Naannoo Oromiyaatti hojiin weerara hoomaa Awwaannisaa ittisuu akkuma itti fufetti jira
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2013 (FBC) – Weerara hoomaa Awwaannisa Gammoojii godinaalee naannoo Oromiyaa keessati muul’ate ittisuuf hojjetamaa jiraachuu ibsameera.
Jilli…
Aadde Tsiyoon Takluu ambaasaaddara Emmireetaroota Araba Gamtoomanii waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2013 (FBC)- Ministir deettaan Ministeera Dhimma Alaa FDRI aadde Tsiyoon Takluun Ityoophiyaatti ambaasaaddara Emmireetaroota Araba Gamtoomanii waliin…
Bakka buutoota naannoo Tigraay walga’iirratti hin argamnerratti tarkaanfiin ni fudhatama – Af…
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2013 (FBC) – Bakka buutoota naannoo Tigraay walga’iirratti hin argamnerratti tarkaanfiin kan fudhatamu ta’uu Af yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa obbo…
Injiinar Taakkalaan Ityoophiyaatti ambaasaaddar Awustiraaliyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2013 (FBC) – Ministirri Ministeera Albuudaa fi Boba’aa Injiinar Taakkalaa Uumaan Ityoophiyaatti Ambaasaaddar Awustiraaliyaa Piitar Dooyil waliin mari’atan.…
Fooramiin Gumii Dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaa Jimmaatti gaggeeffama jira
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2013 (FBC)- Fooramiin Gumiin Dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaa dhimmaa nageenyaarratti bakka bu'oota uummataa fi abbootii amantii godina Jimmaa waliin mata…
Rakkoo nageenyaa godina Matakkaliti muudatee ture waaraan furuuf mariin gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2013 (FBC) – Rakkoo nageenyaa naannoo Beenishaanguul Guumz godina Matakkalitti muudatee ture waaraan furuuf mariin gaggeeffamaa jiraachuu ibsame.
…
MM Dooktar Abiy Ahimad koree diinagdee Maakroo waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2013 (FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad koree diinagdee Maakroo waliin hojii kurmaana jalqabaarratti mari’ataniiru.
Dooktar Abiy fulaa…
Bakka buutoonni miidiyaalee idila addunyaa Ityoophiyaatti argaman Paarkii Inxooxxoo daawwatan
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2013 (FBC) - Bakka buutoonni miidiyaalee idila addunyaa teessoo isaanii Ityoophiyaa taasiisan Paarkii Inxooxxoo daawwatan.
Daawwannicha Abbaa…
Mariin Invastimantii Iityoo – Ameerikaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2013 (FBC) - Mariin Invastimantii Iityoo – Ameerikaa qophheessummaa Afrikaatti Mana Maree Koorporeeshinii Ameerikaan gaggeeffamaa jira.
Marii viidiyoo…