Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Kurmaana jalqabaatti invastimanti kallaattii alaarraa galiin doolaarri biiliyoona walakka ol argamu…
Finfinnee, Onkololeessa 9, 2013 (FBC) – Kurmaana jalqabaatti invastimanti kallaattii alaarraa galiin doolaarri biiliyoona walakka ol argamu Komishiinin Invastimanti beeksise.…
Naannoo Oromiyaatti namoonni 221 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 9, 2013 (FBC) - Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 221 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame.
Naannichaatti sa’aa 24 darbeetiin…
Naannoo Oromiyaatti manneen barnootaa Bultii Addaa fi sadarkaa 2ffaa Birrii biiliyoona 4.9…
Finfinnee, Onkololeessaa 9, 2013 (FBC) – Biiroon Barnootaa Oromiyaa manneen barnootaa Bultii Addaa fi sadarkaa 2ffaa proojektii Ifaa boruu jedhamuun ijaarsiisuuf kontiraaktarootaa fi…
Jilli Itti Aanaa Preezdaantii Naannoo Kibbaa obbo Ristuu Yirdawuun durfamu Godina Beenchi Shakootti…
Finfinnee, Onkololeessa 9, 2013 (FBC) –Jilli Itti Aanaa Preezdaantii Naannoo Kibbaa obbo Ristuu Yirdawuun durfamu Godina Beenchi Shakootti boqqoolloo kilaastaraan faca’e daawwate.
Itti…
Duulli ittisa aramaa imboocci baatii tokkoof turu eegale
Finfinnee, Onkololeessa 9,2013 (FBC) – Duulli ittisa aramaa imbooccii baatii Onkololeessa 9 hanga Sadaasa 9, 2013tti turu har’a ifatti eegaleera.
Duullichaanis haroo Xaanaa kan weerare…
Ityoophiyaan bara baajata qabamet 6% ol guddina galmeessisuun ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 9, 2013 (FBC) – Ityoophiyaan bara baajata qabamet 6% ol guddina galmeessisuun ibsame.
Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad gaaffiiwwan garagaraa miseensoota…
Mootummaan naannoo Oromiyaa gamaaggama raawwii waggaa kurmaana 1ffaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 9, 2013 (FBC) – Mootummaan naannoo Oromiyaa gamaaggama raawwii waggaa kurmaana 1ffaa gaggeessaa jira.
Gamaggamni kun ciminaa fi hanqina muldhate qoratee kallattii…
Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI walga’ii 5ffaa bara hojii 6ffaa walga’ii addaa 1ffaa…
Finfinnee, Onkololeessa 9, 2013 (FBC) - Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI walga’ii 5ffaa bara hojii 6ffaa walga’ii addaa 1ffaa gaggeesse.
Manni marichaa galma walga’ii Waajjira…
Rakkoo nageenyaa godina Matakkal waaraan furuuf konfaransiin nageenyaa gaggeeffame
Finfinnee, Onkololeessaa 9, 2013 (FBC) – Rakkoo nageenyaa godina Matakkal waaraan furuuf konfaransiin nageenyaa hawaasa waliin gaggeeffame.
Rakkoo nageenyaa godinichaa waaraan…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 703 vaayrasii koroonaatin qabamuun ibsame
Finfinnee, Onkololeessaa 9, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannaa sa’aa 24 kaleessa darbeetin Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 703 vaayrasii koroonaatin qabamuun ibsame.
Qorannaan…