Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Walga’iin 5ffaan bara hojii 6ffaa Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa boruu ni gaggeeffama
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2013 (FBC) - Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI walga’ii 5ffaa bara hojii 6ffaa walga’ii addaa 1ffaa boruu ni gaggeessa.
Manni marichaa galma walga’ii…
Yuunvarsiitiwwan ergamaa fi xiyyeeffannaan gara kaayyoo isaanitti ariitiin kan galan ta’uun ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2013 (FBC) – Yuunvarsiitiwwan ergamaa fi xiyyeeffannaan gara kaayyoo isaanitti ariitiin kan galan ta’uun ibsameera.
Ministirri Ministeera Saayinsii fi Dhabbilee…
Dhaabbileen Faransaay Ityoophiyaa keessaatti hojii misoomarratti hirmaachuu barbaadu- Ambaasaaddar…
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2013 (FBC) – Dhaabbileen Faransaay hedduun isaanii Ityoophiyaa keessaatti damee invastimanti garaagaraa irratti bobba’uu akka barbaadaan Ityoophiyaatti…
Finfinneetti boruu irraa eegalee awutobisoonni 560 gara bobbiitti akka galan ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2013 (FBC) –Magaalaa Finfinneetti rakkoo geejjibaa furuuf boruu irraa eegalee awutobisoonni 560 kiraayiin gara bobbiitti akka galan ibsameera.
Bulchiinsi…
Oromiyaatti namoonni dabalata 197 vaayrasii koroonaatin qabaman
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2013 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 197 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame.
Naannichaatti sa’aa 24 darbeetiin…
Obbo Ristuu Yirdaawun hospitaala sadarkaa jalqabaa Baachuumaa ebbisisaan
Finfinnee, Onkololeessaa 8, 2013 (FBC) – Itti aanaan preezdaantii naannoo Kibbaa obbo Ristuu Yirdaawun hospitaala sadarkaa jalqabaa Baachuumaa ebbisisaaniiru.
Preezdaantichi godinachatti…
Jilli Aadde Fiilsan Abdullaahiin durfamu lammiilee sababa guutinsa laga Oomoon buqqaa’an daawwate
Finfinnee, Onkololeessaa 8, 2013 (FBC) – Jilli Ministira Ministeera Dubartoota, Daa’immanii fi Dargagaggootaa aadde Fiilsan Abdullaahiin durfamu godina kibbaa Oomoo aanaa Daasnachitti sababa…
Jilli obbo Ristuu Yirdaawun durfamu hojiilee misoomaa godina Kafaa daawwate
Finfinnee, Onkololeessaa 7, 2013 (FBC) – Jilli itti aanaa Preezdaantii naannoo Kibbaa obbo Ristuu Yirdaawun durfamu hojiilee misoomaa godina Kafaa daawwate.
…
Oromiyaatti namoonni dabalata 151 vaayrasii koroonaatin qabaman
Finfinnee, Onkololeessaa 7, 2013 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 151 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame.
Naannichaatti sa’aa 24…
Kaafamtoonni misoomaa addaa addaa hojiin milkaa’an muuxxannoo walii qoodan
Finfinnee, Onkololeessaa 7, 2013 (FBC) – Kaafamtoonni misoomaa hojiin milkaa’an kaafamtoota misoomaa addaa addaa waliin muuxxannoo walii qoodan
Kaafamtoonni misoomaa…