Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Proojektiin misooma hammataa fi fulla’aa sona funcaalee saaqame
Finfinnee, Onkololeessaa 7, 2013 (FBC) –Proojektiin misooma hammataa fi fulla'aa sona funcaalee har'a magaalaa Adaamaatti saaqame.
Proojektiin kun mootummaa Xaaliyaaniin kan…
Guyyaan qusannoo fi Waldaalee Hojii Gamataa 28ffaan kabajame
Finfinnee, Onkololeessaa 7, 2013 (FBC) - Guyyaan Qusannoo fi Waldaalee Hojii Gamataa idila addunyaa 28ffaan magaalaa Finfinneetti kabajamaa jiraachuu ibsame.
Guyyaan kun mata…
Mariin haqa qabeessummaa fi fayyadamumaa waloo hidha Haaromsarratti xiyyeeffate gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Onkololeessaa 7, 2013 (FBC) - Waltajjiin marii haqa qabeessummaa fi fayyadamumaa waloo Hidha Haaromsaarratti xiyyeeffate gaggeeffamaa jiraachuu ibsame.
Waltajjii…
Jilli Koree Dhaabbii Caffee Oromiyaa hojiilee misoomaa fi Proojektoota aanaa Boosatii fi magaalaa…
Finfinnee, Onkololeessaa 7, 2013 (FBC) - Jilli Koree Dhaabbii Caffee Oromiyaa hojiilee misoomaa fi Proojektoota godina Shawaa Bahaa aanaa Boosatii fi magaalaa Mataaharaa daawwate…
Karoora misooma magaalaa fi konistiraakshinii waggoota 10 fi 5 irratti mariin waloo gaggeeffame
Finfinnee, Onkololeessaa 7, 2013 (FBC) - Ministeerri Misooma Magaalaa fi Konistiraakshinii karoora damee Misooma magaalaa fi Konistiraakshinii waggoota 10 fi 5 irrratti magaalaa Adaamaatti…
Obbo Yaamii Kabbadaa boqotan
Finfinnee, Onkololeessaa 7, 2013 (FBC) - Seenaa hooggansa Ispootii Ityoophiyaa keessatti qooda olaanaa ba’aa kan turan obbo Yaamii Kabbadaa boqatan.
Obbo Yaamiin dhibee isaan…
Waamicha muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad “maaddii biyyaaf” dhiyeessaniif…
Finfinnee, Onkololeessaa 7, 2013 (FBC) - Waamicha muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad "maaddii biyyaaf" dhiyeessaniif dhaabbileen deebii laachaa jiru.
Dooktar Abiy misooma proojaktii…
Sirni beekkamtii laachuu tola ooltootaa bara 2012 fi sagantaan tola ooltummaa bara 2013 eegalchiisuu…
Finfinnee, Onkololeessaa 7, 2013 (FBC) – Sirni beekkamtii laachuu tola ooltootaa bara 2012 fi sagantaan tola ooltummaa bara 2013 eegalchiisuu gaggeeffamaa jiraachuu ibsame.
…
Yuunvarsiitiwwan hundi Onkololeessaa 23-30,2013 simannaa marsaa duraa ni gaggeessu jedhame
Finfinnee, Onkololeessaa 7, 2013 (FBC) –Yuunvarsiitiwwan hundi Onkololeessa 23-30, 2013tti simannaa barattootaa marsaa duraa kan gaggeessan ta’uu Ministeerri Saayinsii fi Dhaabbilee…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 665 vaayrasii koroonaatin qabamuun ibsame
Finfinnee, Onkololeessaa 7, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannaa sa’aa 24 kaleessa darbeetin Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 665 vaayrasii koroonaatin qabamuun ibsame.
Qorannaan…