Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Oromiyaatti namoota dabalataa 81 irratti vaayrasii koroonaa argame
Finfinnee, Fulbaana 26, 2013 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 81 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame.
Naannichaatti sa’aa 24 darbeetiin qorannoo…
Kibba Dhiha Ityoophiyaatti gaaffiin godinaalee 5 fi aanaan addaa tokko waliin naannoo tokko ta’uuf…
Finfinnee, Fulbaana 26, 2013 (FBC ) - Kibba Dhiha Ityoophiyaatti gaaffiin godinaalee 5 fi aanaan addaa tokko waliin naannoo tokko ta’uuf gaafatan sagalee guutuun ragga’e.
…
Qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa kallattii intarneetiin laachuuf qophiin xumuramuu Ministeerri…
Finfinnee, Fulbaana 26, 2013 (FBC)- Qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa kallattii intarneetiin laachuuf qophiin xumuramuu Ministeerri Barnootaa FDRI beeksise.
Qormaata kutaa 12ffaa bara…
Ambaasaaddaar Abduullaaziiz Ahimad ambaasaaddar Saamii Saalhi waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 26, 2013 (FBC)- Saa’uud Arabiyyatti Ambaasaaddaarri Ityoophiyaa Abduullaaziiz Ahimad ministeera dhimma alaa Saa’uud Arabiyya daayreektara waaligala dhimmoota Afrikaa…
Manni murtichaa namoota ajjeechaa Artiist Haacaahuu Hundeessaan himataman 4f mootummaan abuukaatoo…
Finfinnee, Fulbaana 26, 2013 (FBC ) - Manni murtichaa namoota ajjeechaa Artiist Haacaahuu Hundeessaan himataman 4f mootummaan abuukaatoo akka dhaabu ajaje.
Shakkamtoonni…
Ijaarsi proojaktii daandii asfaaltii konkriitii Hawaasaa – Cikkoo kiilo meetira 66 xumurame
Finfinnee, Fulbaana 26, 2013 (FBC)- Ijaarsi proojaktii daandii asfaaltii konkriitii - Cikkoo kiilo meetira 66 xumurameera.
Daandiin Hawaasa-Cikkoo sadarka asfaaltii konkiriitiin kan…
Bara baajataa 2013 bulchiinsa magaalaa Finfinneetti suphaan daandii kiilo meetira 525 ni hojjetama
Finfinnee, Fulbaana 26, 2013 (FBC ) – Bara baajataa 2013 Finfinneetti suphaan daandii kiilo meetira 525 ni hojjetama.
Abbaan Taayitaa Daandiiwwanii Finfinnee akka beeksisetti…
Manneen barnootaa kuma 34f bishaan itti fufiinsaan dhiyeessuuf hojjetamaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 26, 2013 (FBC ) – Manneen barnootaa kuma 34f bishaan itti fufiinsaan dhiyeessuuf hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Barnootaa beeksise.
Ministirri Ministeera…
Gaambeellaatti balaa lolaa mudateen jiraattonni qayee fi qabeenya isaanitirraa buqqa’uun…
Finfinnee, Fulbaana 26, 2013 (FBC) - Naannoo Gaambeellaatti balaa lolaa mudateen jiraattonni qayee fi qabeenya isaanitirraa buqqa'uun ibsame.
Eejansiin Ittisa Balaa fi Wabii Nyaataa…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 618 vaayrasii koroonaatin qabamuun ibsame
Finfinnee, Fulbaana 26, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannaa sa'aa 24 darbeetin Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 618 vaayrasii koroonaatin qabamuun ibsame.
Gabaasa Ministeera Fayyaa kanaan…