Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannawa qilleensaa Hidha Haaromsaa Guddicha balaliinsi dhorkamuu Abbaan Taayitaa Siivil…
Finfinnee, Fulbaana 25, 2013 (FBC) - Naannawa qilleensaa Hidha Haaromsaa Guddicha balaliinsi dhorkamuu Abbaan Taayitaa Siivil Aviyeeshinii Ityoophiyaa beeksise.
Daayreektarri…
Ambaasaaddar Waynesheet Taaddasaa bakka bu’aa Preezdaanti Riippabiliika Demokiraatawaa Koongoo…
Finfinnee, Fulbaana 25, 2013 (FBC) - Itti Waamamaan Dhaabbii Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Waynesheet Taaddasaa bakka bu’aa Preezdaanti Riippabiliika Demokiraatawaa Koongoo Luutaadik…
Dooktar liyaa Taaddasaan gareen deeggarsa covid-19 Ameerikaa Siyaatilitti argamu taasisaan…
Finfinnee, Fulbaana 25, 2013 (FBC)-Ministirri ministeera Fayyaa Dooktar liyaa Taaddasaan gareen deeggarsa covid-19 Ameerikaa Siyaatilitti argamu Doolaara Ameerikaa kuma 200 fi meeshaalee…
Ityoophiyaan Onkololeessa dhuftuu kaastee balbalashee tuuriizimiif ni banti
Finfinnee, Fulbaana 25, 2013 (FBC) – Ityoophiyaan Onkololeessa dhuftuu kaastee balbalashee tuuriizimiif ni banti.
Daayreektarri Tuuriizim Ityoophiyaa obbo Silashii Girmaan…
Gufuuleen nu mudatanis, milkaa’inaaf ni hojjenna- preezdaant Saahilawarq Zawdeen
Finfinnee, Fulbaana 25, 2013 (FBC) – Bara 2012 gufuuleen nu mudatanis hojiilee milkaa’an heedduu hojjechuu dandeenyerra jedhan preezdaant Saahilawarq Zawdeen.
Bara darbe…
Hidhi Haaromsaa, Sudaan balaa lolaa jalaa oolchuun himame
Finfinnee, Fulbaana 25, 2013 (FBC) - Hidhi Haaromsaa Ityoophiyaa Sudaan balaa lolaa jalaa oolchuu Ministirri Bishaanii, Jallisii fi Inarjii Dooktar Injiinar Shilashii Baqqalaa ibsaniiru.…
Manneen barnoota tursa addaaf tajaajila turan osoo keemikaalli hin biifamiin barnoonni akka hin…
Finfinnee, Fulbaana 25, 2013 (FBC)- Manneen barnoota tursa addaaf tajaajila turan osoo keemikaalli farra ilbiisoota hin biifamiin barnoonni akka hin eegalle Ministeerri Barnoota beeksise.…
Proojektoota daandii sababoota garaagaraan harkifatan xumursiisuuf xiyyeeffaannoon ni hojjetama…
Finfinnee, Fulbaana 25, 2013 (FBC) – Proojektoonni daandii sababoota garaagaraan harkifatan xumuramuun tajaajilaaf akka oolan xiyyeeffaannoon kan hojjetamu ta’uu itti aantuun Kaantibaa…
Wixinee danbii tajaajila bishaan dhugaatii fi qorannoo fandii bishaanii Oromiyaa irratti mari’atamaa…
Finfinnee, Fulbaana 25, 2013 (FBC) – Wixinee danbii tajaajila bishaan dhugaatii fi qorannoo fandii bishaanii Oromiyaa irratti Adaamaatti mari’atamaa jira.
Waltajjii marichaa kan…
Paartiin Badhaadhinaa jijjiirrama akka biyyaatti eegalame galmaan ga’uuf humna guutudhaan hojjeta…
infinnee, Fulbaana 25, 2013 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa jijjiirrama akka biyyaatti eegalame galmaan ga’uuf humna guutudhaan ni hojjeta jedhan obbo Tasfaayee Beeljigeen.
Hogganaan damee…