Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Baatii Fulbaana keessa Keellawwan 6 ni banamu
Finfinnee, Fulbaana 11, 2013 (FBC) - Baatii Fulbaana keessa Keellawwan 6 kan banamu ta’uu Ejansiin Galmeessa Ragaalee Bu’uraa fi Immigreeshinii lammummaa beeksise.
Keellawwan…
Sababa sigiga lafaatin daandiin Awaash Dirree Dawaa cufamee ture geejjibaaf banaa ta’uu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 11, 2013 (FBC)- Sababa sigiga lafaatin Daandii Awaash hanga Dirree Dawaa cufamee ture geejjibaaf banaa ta’uu ibsameera.
Hojii gaggeessaan Abbaa Taayitaa Daandiwwaanii…
Jilli Ministira Qonnaa obbo Umar Huseen durfamu sadarkaa weerara Awwaannisa gamoojjii Afaar daawwate
Finfinnee, Fulbaana 11, 2013 (Fbc) -Jilli Ministira Qonnaa obbo Umar Huseenii fi Bakka bu’aa Dhaabbataa Nyaata Addunyaan durfamu sadarkaa weerara Awwaannisa gammoojjii naannoo Afaar…
Paartiin Raashiyaa bulchu paartii Badhaadhinaa dabalatee paartiilee bulchiinsa biyyoota Afrikaa…
Finfinnee, Fulbaana 11, 2013 (FBC) - Paartiin Raashiyaa bulchu paartii Badhaadhinaa dabalatee paartiilee bulchiinsa biyyoota Afrikaa garagaraa waliin viidiyoo konfaransiin mari’ate.…
Godina Matakkalitti namoonni jeequmsa uumuun shakkaman 358 too’annoo jala oolan
Finfinnee, Fulbaana 11, 2013 (FBC) - Godina Matakkal iddoo garagaraatti namoonni jeequmsa uumuun shakkaman 358 too’annoo jala ooluu ibsameera.
Naannoo Beenishaanguul Guumzitti…
Obbo Jawaar Mahaammadfaarratti himannaan baname
Finfinnee, Fulbaana 11, 2013 (FBC) – Obbo Jawaar Mahaammad, Baqqalaa Garbaa, Hamzaa Booranaa dabalatee namoota 18 irratti himannaan baname.
Himatamtoonni mana murtii dhiyaataniiru.…
Haala barnoota dhaabbilee olaanoo eegaluun danda’amuurratti mar’atamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 11, 2012 (FBC)- Haala barnoota dhaabbilee olaanoo eegaluun danda’amuurratti Yuunivaarsiiti Jimmaatti mariin gaggeeffamaa jira.
Waltajjichaan dhaabbilee barnoota…
Of eeggannoo barbaachisan taasisuun barnoota eegaluuf qophiin xumuramuu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 11, 2013 (FBC) - Sababa weerara vaayrasii koroonaan barnoota idilee adda citee ture eegaluuf qophiin barbaachisu xumuramuu Ministeerri Barnootaa beeksise.
…
Buufanni raabsaa elektiriikaa Bishooftuu tajaajilaaf qophii ta’e
Finfinnee, Fulbaana 11, 2013 (FBC) – Buufanni raabsaa elektiriikaa Bishooftuu tajaajilaaf qophii ta'e.
Buufatichi Doolaara ,iiliyoona 25 oliin kan ijaarrame yoo ta'u raabsaa…
Sirni awwaalchaa Sulxaan Hanfiree Aliimirraah har’a raawwatama
Finfinnee, Fulbaana 11, 2013 (FBC) –Sirni awwaalchaa Sulxaan Hanfiree Aliimirraah raawwatame.
Reeffi isaaniis har'a naannoo Afaar magaalaa Samaraa galee ture.
Dhukkubsatanii…