Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Gadduu dabalatee Ambaasaaddaroonni Ityoophiyaa bakka bu’an paarkii shaggarii fi Inxooxxoo…
Finfinnee, Qaammee 3, 2012 (FBC) - Ministira Ministeera Dhimma Alaa obbo Gadduu Aandaargaachaw dabalatee, Ambaasaaddaroonni Ityoophiyaa bakka bu’an paarkii shaggarii fi Inxooxxoo…
Meeshaaleen saffisa konkolaattootaa too’atan naannooleef rabsaman
Finfinnee, Qaammee 3,2012 (FBC) - Too’annoo tiraafikaa ammayyeessuuf meeshaalee saffisa too’atan birrii miiliyoon 25 olitti tilmaaman naannooleef rabsuu Ministeerri Geejjibaa beeksise.…
Waliin gahiinsa ijaarsa Daandiwwaniitiif xiyyeeffannoo kennuun hojjachuun murteessadha”…
Finfinnee, Qaammee 3, 2012 (FBC) – "Jijjiirama Diinagdee Naannoo Oromiyaa caalmatti Guddisuuf Waliin gahiinsa ijaarsa Daandiwwaniitiif xiyyeeffannoo kennuun hojjachuun murteessadha" -…
Aadde Adaanachi ambaasaaddaroota biqiltuuwwan kunuunsan galateeffatan
Finfinnee, Qaammee 3, 2012 (FBC) – Itti aantuu Kaantibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanchi Abeebee Ambaasaaddaroota biqiltuu kanaan dura dhaabate kunuunsa galateeffaniiru.
…
Naannoo Afaariitti balaa lolaan oomishaaleen Shankooraa, Jirbii fi kanneen biroo lafa hektaara kuma…
Finfinnee, Qaammee 3,2012 (FBC) – Naannoo Afaariitti balaa lolaan oomishaaleen Shankooraa, Jirbii fi kanneen biroo lafa hektaara kuma 11 ol irra ture manca’e.
Naannoo Afaar…
Humni Qilleensaa FDRI hoggantoota humna qilleensaa kuma 1 fi 29f guddinaa sadarkaa kabajaa laate
Finfinnee, Qaammee 3,2012 (FBC) – Humni Qilleensaa FDRI hoggantoota humna qilleensaa kuma 1 fi 29f guddinaa sadarkaa kabajaa laate.
Guddinni sadarkaa kabajaa laatame kun itti…
Bu’aa sammuu Uummata Oromoo kan ta’e Sirni Gadaa yeroo itti eegaleefii addunyaan har’aa kan baay’ee…
Finfinnee, Qaammee 3, 2012 (FBC) – Bu’aa sammuu Uummata Oromoo kan ta’e Sirni Gadaa yeroo itti eegaleefii addunyaan har’aa kan baay’ee walgatani jedhan Preezdaantiin Mootummaa Naannoo…
Ityoophiyaatti gama misooma bineensoota bosoonaa fi egumsaa irraatti hojjatamuu akka qabu ibsame
Finfinnee, Qaammee 3, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti gama misooma bineensoota bosoonaa fi egumsaa irraatti hojjatamuu akka qabu ibsame.
Abbaan taayitaa Misoomaa fi eegumsa…
Dooktar Mulaatuu Tashoomaa Preezdaantii Sudaan Kibbaa Salvaakiir waliin marii’atan
Finfinnee, Qaammee 3, 2012 (FBC) –Dooktar Mulaatuu Tashoomaa Preezdaantii Sudaan Kibbaa Salvaakiir waliin marii’atan.
Ergamaan addaa Muummee Ministiraa Dooktar Abiy Ahimadii fi…
Yuunivarsiitiin Walaayittaa Sooddoo barattoota Damee barnootaa garagaraa barsiisaa ture kuma 1 fi 79…
Finfinnee, Qaammee 3, 2012 (FBC) –Yuunivarsiitiin Walaayittaa Sooddoo barattoota Damee barnootaa garagaraa barsiisaa ture kuma 1 fi 79 eebbisiise.
Yuunivarsiitiin Walaayittaa Sooddoo…