Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Guyyaan dhiifama kabajamaa jira
Finfinnee, Qaammee 1,2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti guyyaan dhiifamaa sagantaalee garaagaraan kabajamaa jiraachuu himame.
Sagantaa guyyaa dhiifamaa akka magaalaa…
Sagantaan sosochii nageenya daandii ifatti eegalame
Finfinnee, Qaammee 1,2012 (FBC) – Sagantaan sosochii nageenya daandii biyyaalessaa mata duree ‘qaammee hanga qaammee ni geenya’ jedhuun ifatti eegalame.
Sagantaa kanaan…
Naannoo keenya balfaarraa,keessaa keenya jibbiinsarraa yaa qulqulleessinu –Aadde Adaanachi Abeebee
Finfinnee, Qaammee 1,2012 (FBC) – Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanachi Abeebee addabaabayii Masqaalaatti argamuun sibiloota qarqara daandiitti argamanirratti…
Hooggantonni hojii olaanoo balaa bishaanni Awaash guute qaqqabsiisa jiru daawwatan
Finfinnee, Hagayya 30, 2012 (FBC)- Hooggantonni hojii olaanoo mootummaa Federaalaa balaa bishaanni Awaash guutee qaqqabsiisa jiru daawwataniiru.
Hooggantonni hojii olaanoo Abbaa Taayitaa…
Finfinneetti proojkatonnii 197 Birrii miiliyoona dhibba 3 miiliyoona 62 ijaarraman eebbifaaman
Finfinnee, Hagayya 30, 2012 (FBC)- Bulchiinsa magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Nifaas Silki Laftootti proojaktonni 197 Birrii miiliyoona dhibba 3 miiliyoona 62 ijaarramman eebbifamuun…
Proojaktii maaddii biyyaaf deeggarsi Birriin miiliyoona 102 taasifame
Finfinnee, Hagayya 30, 2012 (FBC)- Hooggantonnii fi hojjeettonni Tajaajilaa Elektirikaa Ityoophiyaa waamicha misooma maaddiin biyyaaf jedhuu fudhachuun deeggarsa Birrii miiliyoona 102 kan…
Ameerikaan deeggarsa Ityoophiyaaf taasisa turte akka itti fuftuu miseensonni koongirasii Ameerikaa 6…
Finfinnee, Hagayya 30, 2012 (FBC)- Ameerikaan Ityoophiyaaf deeggarsaa taasisaa turte ammaas deeggaruu akka qabdu miseensonni koongirasii Ameerikaa 6 waajjiira ministeera dhimma alaaf xalayaa…
Manneen murtii bajaata bara darbeetin galmeewwan kuma dhibba 1 kuma 40f murtoo laatan
Finfinnee, Hagayya 30, 2012 (FBC)- Manneen murtii bajaata bara darbeetin galmeewwan kuma dhibba 1 kuma 40f murtoo laataniiru.
Manneen murtii waliigala yaa’ii idilee 5ffaa Finfinneetti…
Manni Maree Federeshinii sochii filannoo naannoo Tigraay ilaalchisuun yaada murtoo irratti mari’ate
Finfinnee, Hagayya 30, 2012 (FBC) – Manni Maree Federeshinii sochii filannoo naannoo Tigraay ilaalchisuun yaada murtoo Koreen Dhaabbii Dhimmoota Hiikkaa Heeraa Mootummaa fi Eenyummaa…
Yuunivaarsiitiwwan Bulee Horaa, Walqixxee fi Arbaa Miincii muummeewwan garagaraatiin barattoota…
Finfinnee, Hagayya 30, 2012 (FBC) – Yuunivaarsiitiin Bulee Horaa barattoota digrii lammaffaa fi jalqabaa 283 eebbisiise.
Yuunivaarsiitiin Bulee Horaa barattoota digrii jalqabaa fi…