Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Mootummaan naannoo Kibbaa hooggantoota hojii garagaraaf muudama laate
Finfinnee, Hagayya 30, 2012 (FBC) – Mootummaan naannoo Sabaa fi Sablammoota Ummata Kibbaa hooggantoota hojii garagaraaf muudama laateera.
Bu’uuruma kanaan;
1.Obbo…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 1,303 vaayrasii koroonaatin qabamuun isaanii mirkanaa’e
Finfinnee, Hagayya 30, 2012 (FBC) – Gabaasa qorannaa sa’aa 24 kaleessa darbeetiin namoonni dabalataa 1,303 vaayrasii koroonaatin qabamuun isaanii mirkanaa’era.
Sa’aa 24 kaleeessa darbeen…
Lammiilee balaa lolaan buqqa’an kuma dhibba 1 fi kuma 77f deeggarsa namoomaa taasisuuf hojjetamaa…
Finfinnee, Hagayya 29, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti Lammiilee balaa lolaan buqqa’an kuma dhibba 1 fi kuma 77f deeggarsa namoomaa taasisuuf hojjetamaa jiraachuu Koomishiniin Hoggansa Sodaa…
Dhibee waagii ittisuuf keemikaalli farra waagii leetira kuma 84 ol qonnaan bulaaf raabsuuf…
Finfinnee, Hagayya 29, 2012 (FBC) –Bara kana dhibee waagii midhaaniirraa ittisuuf keemikaala farra waagii leetira kuma 84 ol qonnaan bultootaaf raabsuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon…
Abbaan Alangaa Federaalaa obbo Jawaar Mahaammadfarraatti himata banuuf beellama guyyoota 15 gaafate
Finfinnee, Hagayya 29, 2012 (FBC) – Abbaan Alangaa Federaalaa obbo Jawaar Mahaammadfarratti himata banuuf beellama guyyoota 15 gaafate.
Abbaan Alangaa Waliigalaa ragaalee…
Manni murtichaa gaaffii mirga wabii obbo Lidaatuu Ayyaaleew kuffise
Finfinnee, Hagayya 29, 2012 (FBC) – Manni Murtii aanaa magaalaa Bishooftuu gaaffii mirga wabii obbo Lidaatuu Ayyaaleew kuffisuu himame.
Manni murtii aanaa magaalaa Biishooftuu…
Oromiyaatti dabalataan namoonni 289 vaayrasii koroonaan qabaman
Finfinnee, Hagayya 29, 2012 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 289 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame.
Naannichaatti sa’aa 24 darbeetiin…
Torbee darbe keessa meeshaaleen Koontiroobaandii birrii miiliyoona 40tti tilmaamamuu too’atame
Finfinnee, Hagayya 29, 2012 (FBC) – Meeshaaleen koontirobaandii birrii miiliyoon 40tti tilmaamamuu Hagayya 21-28, 2012 gidduutti too’atamuu Ministeerri Galiiwwanii beeksise.
…
Nageenya lammiilee Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaa jiraataanii eegsisuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Hagayya 29, 2012 (FBC) – Nageenya lammiilee Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaa jiraataanii eegsisuuf hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Dhimma Alaa FDRI beekise.
Ministeerich…
Sagantaan sosochii nageenyaa ‘dhaloota nageenyaf’ jedhu eegalame
Finfinnee, Hagayya 29, 2012 (FBC) – Sagantaan sosochii nageenyaa ‘dhaloota nageenyaf’ jedhu eegalame.
Dargaggoota tola ooltootaan kan eegalame Iniisheetiivii ‘dhaloota…