Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Waltajjiin leenjii hoggansa paartii Badhaadhinaa naannoo Amaaraa fi naannoo Kibbaa xumurame
Finfinnee, Hagayya 29, 2012 (FBC) – Leenjiin hoggansa Paartii Badhaanidhaa Waajjira damee naannoo Amaaraa fi naannoo Kibbaa guyyoota shaniif gaggeeffamaa ture xumurame.
…
Tumsi barnootaa Idila Addunyaa sirna barnootaa Ityoophiyaaf deeggarsa Doolaara miiliyoona 14.8…
Finfinnee, Hagayya 29, 2012 (FBC) – Tumsi barnootaa Idila Addunyaa weerara vaayrasii koroonaan walqabatee sirna barnootaa Ityoophiyaaf deeggarsa Doolaara miiliyoona 14.8 taasise…
Marii itti fufaan ce’umsa Inarjii eegalame
Finfinnee, Hagayya 29, 2012 (FBC) – Ce’umsa Inarjii ilaalchisee mariin itti fufiinsan mari’atamu eegalamuu Ministeerri Bishaan, Jallisii fi Inarjii beeksise.
Mata duree…
Baricha bara dhimma Abbayyaarratti injifannoon siyyaasaa olaanaan itti galmaa’eedha- Hayyoota
Finfinnee, Hagayya 29, 2012 (FBC) – Barri 2012 bara dhimma Abbayyaarratti injifannoon siyyaasaa olaanaan itti galmaa’e ta’uu hayyoonni ibsan.
Barri 2012 bara dhimma…
Bara haaraatti gaaffiiwwan ijaarasa ummataaf karaa nagaa deebisuuf ni hoojetama – obbo Ristuu…
Finfinnee, Hagayya 29, 2012 (FBC) –Bara haaraatti gaaffiiwwan ijaarsa ummataa karaa nagaa deebisuuf ni hoojetama – obbo Ristuu Yirdaaw
Bara haaraatti gaaffiiwwan ijaarsa…
Ityoophiyaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii kuma 55 caale
Finfinnee, Hagayya 29, 2012 (FBC) – Gabaasa qorannaa sa’aa 24 kaleessa darbeetiin namoonni dabalataa 804 vaayrasii koroonaatin qabamuun isaanii mirkanaa’era.
Sa’aa 24 kaleeessa…
Baankonni Finfinneetti argaman deeggarsa barattoota dabalatee misooma magaalicha deeggaruuf waadaa…
Finfinnee, Hagayya 28, 2012 (FBC)- Itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaaneech Abeebee deeggarsa dhiyeessii meeshaalee barattoota barnoota baraa dhufuuf hooggantota Baankii…
Bara haaraatti hanqinni dhiyeessii kuduraa fi muduraa hin jiraatu jedhame
Finfinnee, Hagayya 28, 2012 (FBC)- Bara haaraa irratti hunda’ee hanqinni dhiyeessi kuduraa fi muduraa akkasumas shaqaxoota akka hin jiraanne Ministeerri Daldalaa fi Indastirii beeksise.…
Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 142 vaayrasii koroonaan qabamuu…
Finfinnee, Hagayya 28, 2012 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 142 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame.
Naannichaatti sa’aa 24 darbeetiin qorannoo…
Injiinar Yiliqaal Geetinnat bilisaan gadi dhiifaman
Finfinnee, Hagayya 28, 2012 (FBC) - Injiinar Yiliqaal Geetinnat bilisaan gadi dhiifaman.
Yakka hokkara kakaasuu namaa fi qabeenyarra miidhaa dhaqqabsisuun shakkamuun poolisiin qoratamaa…