Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Abbaan Taayitaa Bishaanii fi Dhangala’oo Finfinnee bara baajataa 2012tti Birrii biiliyoona 1.3…
Finfinnee, Hagayya 28, 2012 (FBC) - Abbaan Taayitaa Bishaanii fi Dhangala’oo Finfinnee bara baajataa 2012tti Birrii biiliyoona 1.3 walitti qabe.
Abbaan Taayitaa Bishaanii fi Dhangala’oo…
Adaamaatti hoteelli Haylee rizoortii Birrii miiliyoona 500 ijaarame eebbifame
Finfinnee, Hagayya 28, 2012 (FBC)- Dhaabbanni hoteelotaa fi rizoortiwwan Haylee magaalaa Adaammatti hoteela Birrii miiliyoona 500 ijaarsise hoteelaa Haylee rizoortii 7ffaa har’a…
Projaktiin ijaarsa daandii Dichootoo – Balhoo Birrii biiliyoona 2.4 ijaarame xumurame
Finfinnee, Hagayya 28, 2012 (FBC) - Projaktiin ijaarsa daandii Dichootoo – Balhoo Birrii biiliyoona 2.4 ijaarame xumurame.
Mootummaa Ityoophiyaan naannoo Affaaritti Projaktiin ijaarsa…
Obbo Lidatuu Ayyaalaw galmee biroon mana murtiitti dhiyaatanii dhimmi isaani ilaalameera
Finfinnee, Hagayya 28, 2012 (FBC) - Obbo Lidatuu Ayyaalaw galmee biroon mana murtiitti dhiyaatanii dhimmi isaani ilaalameera.
Obbo Lidatuu Ayyaalaw galmee biroon mana murtii…
Dhaabbanni gargaarsa idil addunyaa Ameerikaa meeshaalee qorannoo vaayrasii koroonaaf olan…
Finfinnee, Hagayya 28, 2012 (FBC)- Dhaabbanni gargaarsa idil addunyaa (USAID) meeshaalee qorannoo vaayrasii koroonaaf oluu Ityoophiyaaf taasiseera.
Deeggarsichi dandeetti Ityoophiyaan…
Hoogganaan waajjira Eeyyamaa fi To’annaa Ijaarsaa, karaa seeraan alaa eeyyama ijaarsaa laachuuf…
Finfinnee, Hagayya 28, 2012 (FBC) –Bulchiinsa kutaa magaalaa Nifaas Silki Laaftoo aanaa 03tti Hoogganaan waajjira Eeyyamaa fi To’annaa Ijaarsaa, karaa seeraan alaa eeyyama ijaarsaa laachuuf…
Dhaabbileen hawaasaa Siiviilii tajaajiloota hawaasaaf laataniin sochii foyyaa’a taasisa jiru
Finfinnee, Hagayya 28, 2012 (FBC)- Dhaabbileen hawaasaa siiviilii bara bajaata darbeetiin tajaajila hawaasaf laataniin sochii foyyaa’a taasisa jiraachuu ibsameera.
Weerara vaayrasii…
Badhaadhinni biyya tokkoo gabbachuu ittigaafatamummaa hawaasummaa waliin hidhata olaanaa qaba-…
Finfinnee, Hagayya 28, 2012 (FBC)- Mummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad badhaadhinni biyya tokkoo gabbachuuf itti gaafatamummaa hawaasummaa waliin hidhata olaanaa qaba jedhaniiru.…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 1,105 vaayrasii koroonaatin qabamuun isaanii mirkanaa’e
Finfinnee, Hagayya 28, 2012 (FBC) – Gabaasa qorannaa sa’aa 24 kaleessa darbeetiin namoonni dabalataa 1,105 vaayrasii koroonaatin qabamuun isaanii mirkanaa’era.
Sa’aa 24 kaleeessa darbeen…
Abbaan Alangaa Obbo Jawaar Mahaammad dabalatee shakkamtoota 14 irratti ragaalee qorannoo duraa 9…
Finfinnee Hagayya 27, 2012 (FBC) – Abbaan Alangaa Obbo Jawaar Mahaammad dabalatee shakkamtoota 14 irratti ragaalee qorannoo duraa 9 dhageessiseera.
Abbaan Alangaa ragaalee…