Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jiraattoota naannoo Oromiyaa fi Afaar yaa’a laga Awaash keessatti argaman balaan lolaa qunname
Finfinnee Hagayya 27, 2012 (FBC)- Jiraattoota naannoo Oromiyaa fi Afaar yaa’a laga Awaash keessatti argaman balaan lolaa qunnamuu Waajjirri Misooma Yaa’a Laga Awaash beeksise.
…
Waaldan michuumma Ityoophiyaa fi Faransaayii deeggarsa meeshaalee yaala taasisufi
Finfinnee, Hagayya 27, 2012 (FBC)- Waaldan michuumma Ityoophiyaa fi Faransaayii magaalaa Meetroopaal Liiyoon wal tumsuun deeggarsa meeshaalee walitti qaban Ityoophiyaaf deeggarsa taasisuuf…
Obbo Dajanee Xaafaa, obbo Mastawaard Tamaamii fi Ogeessa Koompiiyuutaraa obbo Jawaar Mahaammad…
Finfinnee, Hagayya 27, 2012 (FBC) –Mana Murtii olaanaa Federaalaatti obbo Dajanee Xaafaa, obbo Mastawaard Tamaamii fi ogeessa Koompiiyuutaraa Obbo Jawaar Mahaammad Miishaa Adam irratti…
Taatota damee tuuriizimi miidhamaan deeggaruuf agarsiisa suuraa onlaaynitiin Birrii miiliyoona 70…
Finfinnee, Hagayya 27, 2012 (FBC)- Sababa vaayrasii koroonatin taatota damee tuuriizimi miidhamaan deeggaruuf agarsiisni suuraa onlaayniin hojirra akka oolu Waldaan Hooteelaa fi Maarkeetingi…
Koorporeeshichi bara baajataa 2013tti daldala alaarraa galii Doolaara miiliyoona dhibba 4 argachuuf…
Finfinnee, Hagayya 27, 2012 (FBC) – Koorporeeshiniin Misooma Indaastirii Paarkiiwwanii bara baajataa 2013tti daldala alaarraa galii Doolaara miiliyoona dhibba 4 argachuuf karoorfachuu…
Yuunvarsiitiin Salaalee bara barnootaa 2013tti gosa barnootaa 9 barnoota digirii 2ffaa eegaluufi
Finfinnee, Hagayya 27, 2012 (FBC) –Yuunvarsiitiin Salaalee bara barnootaa 2013tti,gosa barnootaa haaraa sagaliin digirii lammaffaa eegaluuf haalduree xumuruu beeksise.
…
Ityoophiyaannonni 74 dabalataan Libaanoosi gara biyya galan
Finfinnee, Hagayya 27, 2012 (FBC) – lammiileen Ityoophiyaa 74 imalaa marsaa 8ffaan gara biyyaa deebi’aniiru.
Baasii geejjiba ofiin of danda’uun gara biyyaa galuuf galmaa’anii kan turan…
Sagantaan dorgommii kalaqa anniisaa Ityoophiyaa fi Jarman ifoome
Finfinnee, Hagayya 27, 2012 (FBC) – Sagantaan dorgommii kalaqa waliinii damee anniisaa Ityoophiyaa fi Jarman ifoomuu Ministeerri Bishaan, Jallisii fi Inarjii beeksise.
Sagantaa kanarratti…
Dhaabbileen odeeffaannoo Ityoophiyaa fi Sudaan Kibbaa waliin hojjechuuf walii galan
Finfinnee, Hagayya 27, 2012 (FBC) – Dhaabbileen odeeffaannoo Ityoophiyaa fi Sudaan Kibbaa waliin hojjechuuf waliigaluu isaanii Tajaajilli Odeeffannoo fi Nageenya Biyyaalessa Ityoophiyaa…
Ityoophiyaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan lubbuu dhabanii 828 qaqqabe
Finfinnee, Hagayya 27, 2012 (FBC) – Gabaasa qorannaa sa’aa 24 kaleessa darbeetiin namoonni dabalataa 1,173 vaayrasii koroonaatin qabamuun isaanii mirkanaa’era.
Sa’aa 24…