Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dhaabbileen Siiviilii irra deebiin labsii haaraan hin galmoofne ni cufamu
Finfinnee, Hagayya 26, 2012 (FBC) - Dhaabbileen bu’ura labsii Siiviilii hawaasaa haaraan irra deebiin hin galmoofne kan cufaman ta’uu Eejansiin Dhaabbilee Siiviilii Hawaasaa beeksise.…
Torbeewwan itti aanaan Ityoophiyaa dabalatee biyyoota Afrikaa Bahaatti hamma Roobaa olaanaatu…
Finfinnee, Hagayya 26, 2012 (FBC) - Torbeewwan itti aanaan Ityoophiyaa dabalatee biyyoota Afrikaa Bahaatti hammi Roobaa olaanaa ta’e kan eeggamu ta’uu Giddugalli Qabeenya Qilleensaa…
Koorporeeshiniin Misooma Indaastirii Paarkiiwwanii oomisha gatii doolaara miiliyoona 100 fi…
Finfinnee, Hagayya 26, 2012 (FBC) – Koorporeeshiniin Misooma Indaastirii Paarkiiwwanii bara baajataa darbetti oomisha gatii doolaara miiliyoona 100 fi miiliyoona 65 baasu gara alaatti erguu…
Buufanni madda anniisaa Awaash 3ffaan yeroof tajaajila dhaabe
Finfinnee, Hagayya 26, 2012 (FBC) - Buufanni madda humna elektirikaa Awaash 3 yeroof tajaajila dhaabuu Humni Elektirikaa Ityoophiyaa beeksise.
Buufatichi balaa lolaa Hagayya…
Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 146 vaayrasii koroonaan qabamuu…
Finfinnee, Hagayya 26, 2012 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 146 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame.
Naannichaatti sa’aa 24 darbeetiin…
Bulchiinsi magaalichaa bara haaraa abdii haaraan simachuuf qophaa’uu beeksise
Finfinnee, Hagayya 26, 2012 (FBC) - Bulchiinsi magaalaa Finfinnee bara haaraa mata duree ‘Abdii haaraa’ jedhuun simachuuf qophaa’uu beeksiseera.
Itti gaafatamtuun Seekreetariyaat Preesii…
Manni murticha shakkamtoota galmee obbo Jawaar Mahaammadfaa jala jiran 3f qorannoon Covid-19 akka…
Finfinnee, Hagayya 26, 2012 (FBC) - Abbaan Alangaa shakkamtoota galmee obboo Jawaar Mahaammadfaa jalatti himataman irratti ragaalee dhiyeessuuf yaada ijoo galmeessise.
…
MM Dr. Abiy Ahimad Akka biyyaatti galma waloo qabannaan dantaa biyya keenya eegnee injifannoo waloo…
Finfinnee, Hagayya 26, 2012 (FBC) - Akka biyyaatti galma waloo qabannaan dantaa biyya keenya eegnee injifannoo waloo akka gonfannu homaa shakkii hin qabu - Dooktar Abiy Ahimad
Muummeen…
Ityoophiyaanoonni 90 Libaanoosii deebi’an
Finfinnee, Hagayya 26, 2012 (FBC) – Ityoophiyaanoota 90 Libaanoos turan gara biyyaa deebiisuu Libaanoosiitti Waajjiiri Qoonsilaa Jeneraalaa Ityoophiyaa beeksise.
Namoota mana…
Waltajjiin leenjii hoggansa paartii Badhaadhinaa naannoo Oromiyaa guyyaa kaleessaa Adaamaa Galma…
Finfinnee, Hagayya 26, 2012 (FBC) - Waltajjiin leenjii hoggansa paartii Badhaadhinaa naannoo Oromiyaa guyyaa kaleessaa Adaamaa Galma Abbaa Gadaatti eegalame.
Leenjiin hoggansa paartii…