Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan du’anii dhibba 8 caale
Finfinnee, Hagayya 26, 2012 (FBC) – Gabaasa qorannaa sa’aa 24 kaleessa darbeetin namoonni dabalataa 1,009 vaayrasii koroonaatin qabamuun isaanii mirkanaa’era.
Sa’aa 24…
Ityoophiyaatti misooma jallisii babal’isuuf Israa’eel deeggarsa taasiftu itti fufti –…
Finfinnee, Hagayya 25, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti misooma jallisii babal’isuuf Israa’eel deeggarsa taasiftu cimsitee kan itti fuftu ta’uu Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Isiraa’eel…
Obbo Gadduun jila Sudaan Kibbaa simachuun dubbisan
Finfinnee, Hagayya 25, 2012 (FBC) –Ministirri Ministeera Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu Aandaargachaw jila Sudaan Kibbaa waajjira isaanitti simachuun dubbisaniiru.
Obbo Gadduun…
Gandootaa fi magaalota baadiyyaa fayyadamaa elektirikii taasisuuf Birriin miiliyoona 900 fi…
Finfinnee, Hagayya 25, 2012 (FBC) - Gandootaa fi magaalota baadiyyaa fayyadamaa elektirikii taasisuuf Birriin miiliyoona 900 fi miiliyoona 19 ol baasi ta’e.
Bara baajataa 2012tti…
Biyya keenyatti barumsii fi qorannoon ammayyawaa qonnaa erga jalqabame waggoota 70 ol…
Finfinnee, Hagayya 25, 2012 (FBC)- Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad diinagdee keessaa dameen furtuu ta'e jijjiirrama caasaa fiduuf itti hojjatamaa jiru tokko qonnadha jedhaniiru.…
Manni murticha dhimma obbo Liddatuurratti beellama dabalataa poolisiin gaafate kuffise
Finfinnee, Hagayya 25, 2012 (FBC) – Manni Murtii aanaa magaalaa Bishooftuu dhimma obbo Liddatuurratti abbaan alangaa himata hanga banuutti yeroo dabalataa Poolisiin gaafate kuffiseera.…
Dhalattoonni magaalaa Mojoo biyya alaa fi keessa jiraatan harka qalleeyyi 900 ta’aniif deeggarsa…
Finfinnee, Hagayya 25, 2012 (FBC)- Dhalattoonni magaalaa Mojoo biyya alaa fi keessa jiraatan weerara vaayrasii koroonaa sababeeffachuun harka qalleeyyi 900 ta’aniif deeggarsa taasisaniiru.…
Gamtaan Awrooppaa biyyoota miseensa IGADf ittisa covid 19 kan oolu deeggarsa Yuuroo miiliyoona 60…
Finfinnee, Hagayya 25, 2012 (FBC) –Gamtaan Awrooppaa biyyoota miseensa IGADf ittisa covid 19 kan oolu deeggarsa Yuuroo miiliyoona 60 taasise.
Gamtaan Awrooppaa biyyoota…
Leenjiin hooggantoota sadarkaa federaalaa Paartii Badhaadhinaa magaalaa Finfinneetti gaggeeffamu…
Finfinnee, Hagayya 25, 2012 (FBC) – Leenjiin hooggantoota sadarkaa federaalaa Paartii Badhaadhinaa magaalaa Finfinneetti gaggeeffamu eegale.
Leenjichi guyyaa shaniif kan turu…
Waajjiraaleen damee Paartii Badhaadhinaa naannoo Somaalee, Amaaraa fi Beeniishaanguul Gumuuz leenjii…
Finfinnee, Hagayya 25, 2012 (FBC) – Waajjiraaleen damee Paartii Badhaadhinaa naannoo Somaalee, Amaaraa fi Beeniishaanguul Gumuuz leenjii hoogantoota gaggeessaa jira.
Waajjirri damee…