Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sagantaa kitaabolee walitti qabuu adeemsifamaa jira
Finfinnee, Hagayya 14, 2012 (FBC) – Sagantaa kitaabolee walitti qabuutin kitaabonni kumni dhibbi 3 fi kumni 50 ol walitti qabaman.
Biiroon Barnootaa Oromiyaa akka beeksisetti…
Ityoophiyaatti lakkoofsii namoota vaayrasii koroonaan du’anii 600 qaqqabe
Finfinnee, Hagayya 14, 2012 (FBC)- Ityoophiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 kaleessa darbeen namoonni dabalataa1,336 vaayrasii koroonaan qabamuu Ministeerri Fayyaa beeksise.
Sa’aa 24…
Manni Murtichaa shakkamtoota walitti bu’iinsa uumuun shakkaman irratti guyyoota himannaa…
Finfinnee, Hagayyaa 13, 2012 (FBC) - Manni Murtii sadarkaa jalqabaa federalaa dhadhacha ramaddii Araadaa oolmaa har’aan shakkamtoota walitti bu'iinsa uumuun shakkaman irratti guyyoota…
Duula sosochii hawaasaa fi qorannoo Covid -19 gaggeeffameen lakkoofsin namoota vaayrasichaan qabaman…
Finfinnee, Hagayyaa 13, 2012 (FBC) - Duula sosochii hawaasaa fi qorannoo Covid -19 gaggeeffameen lakkoofsi namoota vaayrasichaan qabaman kan duraarra % 80 dabaluu Ministeerri Fayyaa…
Hojjettoonni waajjira Muummee Ministiraa ‘Irbaata Biyyaaf’ miindaa isaanii baatii tokko arjooman
Finfinnee, Hagayyaa 13, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad hojjettoonni waajjira isaanii ‘Irbaata Biyyaaf’ miindaa isaanii baatii tokko arjoomuu ibsan.…
Paartiin Badhaadhinaa ogeeyyii yaalaa dhibee koroonaa yaalaniif meeshaalee garaagaraa deeggarsa…
Finfinnee, Hagayyaa 13, 2012 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa ogeeyyii yaalaa dhibee koroonaa yaalaniif kan tajaajilu meeshaalee garaagaraa Biiroo Fayyaa magaalaa Finfinneef deeggarsa laate.…
Oromiyaatti namoonni dabalataa 216 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Hagayyaa 13, 2012 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 216 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame.
Naannichaatti sa’aa 24 darbeetiin…
Ityoophiyaatti dhaabbilee qorannoo Albuudaa 10 fi oomisha Albuudaa 2f eeyyamni kenname
Finfinnee, Hagayyaa 13, 2012 (FBC) –Dhaabbilee barbaacha Albuudaa fi misooma Albuudaa gaggeessuuf ulaagaalee barbaachisuu guutun dhiyaatan 12f eeyyama laachuu Ministeerri Albuudaa fi…
Oomishaaleen nyaataa fi meeshaaleen dheedhiin ulaagaa hin guunne tooniin 227 ol gara biyyaa akka hin…
Finfinnee, Hagayyaa 13, 2012 (FBC) – Oomishaaleen nyaataa fi meeshaaleen dheedhiin ulaagaa barreeffama ibsa dirqii hin guunne gara biyyaa akka hin gallee dhorkamuu himame.
…
Ministeerri Nageenyaa fi Koomishinii Araaraa sanada waliigaltee mallatteessan
Finfinnee, Hagayyaa 13, 2012 (FBC) – Ministeerri Nageenyaa fi Koomishiniin Araaraa Ityoophiyaa waliin hojjechuuf sanada waliigaltee mallatteessa.
Ijaarsa dandeettii, itti…