Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ministeerri Bishaan, Jallisii fi Iinarjii fi Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti komiishinii…
Finfinnee, Hagayyaa 7, 2012 (FBC) – Ministeerri Bishaan, Jallisii fi Iinarjii fi Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti komiishinii diinagdee Afrikaa waliin proojakti hojirra oolu ifoomsan.…
Yuunivarsiitin Miizaan Teeppii hojii qorannoo COVID-19 ifatti eegale
Finfinnee, Hagayyaa 7, 2012 (FBC) – Yuunivarsiitin Miizaan Teeppii hojii qorannoo COVID-19 ifatti eegaleera.
Yuunivarsitichi guyyaa har’a kan ifoomse qorannoo laabraatoorii vaayrasii…
Oromiyaatti namoonni dabalataa 143 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Hagayyaa 7, 2012 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 143 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame.
Naannichaatti sa’aa 24 darbeetiin qorannoo…
Murteen barattoota kutaa itti aanutti dabarsuuf murtaa’e, barattoota barnootatti deebisuuf kan…
Finfinnee, Hagayyaa 7, 2012 (FBC) –Murteen barattoota kutaa itti aanutti dabarsuuf murtaa'e, barattoota barnootatti deebisuuf kan kaayyeffatedha jedhe Ministeerri Barnootaa.
Barattoota…
Tamsa’ina vaayrasii koroonaa ittisuuf hawaasni of dagannarra of qusachuu qaba -obbo Dammaqaa
Finfinnee, Hagayyaa 7, 2012 (FBC) –Hawaasni of dagannaa amma keessaa jiru keessaa bahuun weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf shooraa isaa bahuu akka qabu Itti aanaan Muummee Ministiraa FDRI…
Hojiin siiviilii Hidha Haaromsaa %88.5rra yoo ga’u, raawwiin proojaktichaa %75rra…
Finfinnee, Hagayyaa 7, 2012 (FBC) –Hojiin waliigalaa siiviilii Hidha Haaromsaa %88.5rra ga'uun, raawwiin proojaktichaa %75rra ga'uun ibsame.
Hoji gaggeessaa olaanaan hidhichaa…
Oromiyaatti lafti heektaarri miiliyoona 8 ol sanyiidhan uwwifamuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise
Finfinnee, Hagayyaa 7, 2012 (FBC) –Oromiyaatti lafti heektaarri miiliyoona 8 ol sanyiidhan uwwifamuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise.
Qonna Ganaa bara 2012tin hanga ammaatti…
Naqamteetti namoota harka qalleeyyii 850f deeggarsi taasifame
Finfinnee, Hagayya 7, 2012 (FBC) - Bulchiinsa magaalaa Naqamteetti namoota harka qalleeyyii 850 ta’aniif deeggarsi meeshaalee nyaataa fi qulqullinaa Birrii miiliyoona 2.5tti tilmaamamu…
Koonfaransiin hoggansa Paartii Badhaadhinaa Amaaraa guyyoota lamaaf gaggeeffamaa ture xumurame
Finfinnee, Hagayya 7, 2012 (FBC) – Koonfaransiin hoggansa Paartii Badhaadhinaa Amaaraa guyyoota lamaaf gaggeeffamaa ture murtoowwan addaddaa dabarsuun xumurame.
Itti gaafatamaan waajjira…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 943 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 23 darbeera
Finfinnee, Hagayya 7, 2012 (FBC) - Ityoophiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 kaleessa darbeen namoonni dabalataa 943 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 23 darbu Ministeerri…