Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dhaabbatichi bara baajaataa darbeetti galii Birrii biiliyoona 25.7 argate
Finfinnee, Hagayya 6, 2012 (FBC) – Dhaabbaanni tajaajila Geejjibaa fi Loojastiiksii Galaana Ityoophiyaa bara baajaataa darbeetti galii Birrii biiliyoona 25.7 argachuu beeksise.…
Dagannaan ittisa weerara vaayrasii koroonaarratti muul’atu sirna fayyaa biyyattii dhiibbaa keessa…
Finfinnee, Hagayyaa 6, 2012 (FBC) – Dagannaan hawaasa birratti muul’atu weerara vaayrasii koroonaa babal’isuu bira darbee sirna fayyaa biyyattii dhiibbaa keessa galchuu akka danda’u…
Haroo Limmuu ganda Uuchaa Zoonii Elemaatti lolaa mudateen miidhaan qaqqabe
Finfinnee, Hagayya 6, 2012 (FBC) – Godina Wallagga Bahaa aanaa Haroo Limmuu ganda Uuchaa Zoonii Elemaatti lolaa mudateen miidhaan qaqqabe.
Lolaa kanaanis abbootii warraa 66…
MM Dr Abiy Ahimad xumura waltajjii hoggansa Paartii Badhaadhinaa Amaaraarratti argaman
Finfinnee, Hagayya 6, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad xumura waltajjii hoggansa Paartii Badhaadhinaa Amaaraarratti argaman.
Paartichi guyyootii lamaaf…
Finfinnee; Kolfee Qaraaniyootti manneen seeran alaa 672 diigaman
Finfinnee, Hagayya 6, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinnee kutaa bulchiinsa Kolfee Qaraaniyootti manneen seeran alaa 672 diigaman.
Manneen kanneen weerara lafaatin kan ijaarraman…
Gaaffin abbaan seeraa nuuf yaa jijjiirramuun obbo Jawaarfaan dhiyeessan fudhatama hin arganne
Finfinnee, Hagayya 6, 2012 (FBC) – Gaaffin abbaan seeraa nuuf yaa jijjiirramuun obbo Jawaar Mahaammadfaan dhiyeessan fudhatama hin arganne.
Manni Murtii Sadarkaa Jalqabaa…
Shawaa Lixaa aanaa Ejeree ganda Dhiibuutti lolaa mudateen abbootiin warraa 526 rakkoof…
Finfinnee, Hagayya 6, 2012 (FBC) – Godina Shawaa Lixaa aanaa Ejeree ganda Dhiibuutti lolaa mudateen abbootiin warraa 526 rakkoof saaxilamaniiru.
Lolaan kun kan mudate lagni…
MM Dr Abiy Ahimad Baahir Daaritti biqiltuu dhaaban
Finfinnee, Hagayya 6, 2012 (FBC) –Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad magaalaa Baahir Daaritti biqiltuu dhaaban.
Muummee ministiraa Dooktar Abiy sagantaa cufiinsa "ashaaraa…
Biqiltuu biiliyoona 5 dhaabuuf karoorri qabame milkaa’uu MM Dr Abiy Ahimad ibsan
Finfinnee, Hagayya 6, 2012 (FBC) –Sadarkaa biyyaatti biqiltuu biiliyoona 5 dhaabuuf karoorri qabame milkaa'uu muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad ibsan.
Sirni cufiinsa…
MM FDRI Dooktar Abiya Ahimad Bahaar Daar galan
Finfinnee, Hagayya 6, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ganama kana magaalaa Bahaar Daar galan.
Dooktar Abiy wayita buufata xiyyaaraa magaalaa Bahaar…